Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Baaleetti Namoonni daddabarsa daa’immaaniin shakkaman to’atamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti Namoonni daddabarsa daa'immaaniin shakkaman 2 to'atamuu Waajjirri Poolisii aanaa Sinaanaa beeksiseera.
Daa'imman umriin isaanii…
Godina Wallagga Lixaatti Sassaabbiin Oomisha qamadii jallisii marsaa 1ffaa eegale
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti Inisheetiivii Qamadii jallisii marsaa 1ffaan lafa hektaara kuma 3 ol irratti misoome sassaabuun eegalamuu Waajjirri Qonnaa…
Jilli Aadde Caaltuu Saaniin durfamu Proojektii misooma qarqara Laga Awweetuu Magaalaa Jimmaa…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamu Proojektii misooma qarqara Laga Awweetuu Magaalaa Jimmaa…
Ejensichi tattaaffii manneen barnootaa barbadaa’an deebisanii dhaabuuf taasifamu kan deeggaru ta’uu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Jaappan tattaaffii manneen barnootaa barbadaa’an deebisanii dhaabuuf taasifamu kan deeggaru ta’uu beeksise.
Ministirri…
Chaayinaan Ityoophiyaatti nagaa buusuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf deeggarsi taasiisaa jirtu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Chaayinaan Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuu fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf deeggarsi taasiisaa jirtu kan dinqisiifamu ta'uu Dubbii…
Jilli Obbo Ristuun durfamu Qamadii Jallisii boneen misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaawwun durfamu Godina Guraageetti Qamadii Jallisii Boneen misoomaa jiru…
Miidiyaaleen odeeffannoo dhugaa uummataan kan gahanii fi tokkummaa sabdaneessummaa kan eegsisan…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) –Miidiyaaleen odeeffannoo dhugaa uummataan kan gahanii fi tokkummaa sabdaneessummaa kan eegsisan ta’uu akka qaban Daayrektarri olaanaan Abbaa Taayitaa…
Namoonni dhuunfaa humna elektirikaa hatan to’atamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa 11 osoo humna elektirikaa hatanii argaman to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajjilli…
Ministeerichi barattoonni yuunvarsiitii seenan ragaalee barbaachisoo akka guutaniif waamicha…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa barattoonni yuunvarsiitii seenan guyyoota ragaalee guutuuf kennaman keessatti ragaalee barbaachisoo akka guutaniif waamicha…
Faayaan uumamaa Kibba Lixa Ityoophiyaa jiru humna Turizimii Ityoophiyaaf abdiidha – Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2014 (FBC) – Faayaan Kuufamaan uumamaa Kibba Lixa Ityoophiyaa jiru humna Turizimii Ityoophiyaa gara fuulduraaf abdii ta’uu Ministirri Ministeera Magaalaa…