Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Somaaleetti boba’aa karaa seeraan alaa biyyaa ba’u to’achuuf qindoominaan ni hojjetama-obbo…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo naannoo Somaalee hanqina boba’aa fi zayita furuuf dhimmota dandeessisaan irratti mari’ataniiru.
Waltajjichaarratti preezdaantiin…
Yuunvarsiitiin Dambii Doolloo Faawundeeshiniin Dooktar Nagaasoo Gidaadaa waliin hojjechuuf…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Dambii Doolloo Faawundeeshiniin Dooktar Nagaasoo Gidaadaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Sirna waliigaltichaa…
Loojiin Paarkii Biyyoolessa Awaash eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Loojiin Paarkii Biyyoolessa Awaash keessatti Abbaa Qabeenyaa Obbo Taadiyoos Geetachootiin hojjatame xummuramuun eebbifameera.
Sirni eebbicharratti…
Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra…
Ministeerichi fooyya’insa caaseffamaa gaggeessaa jiruun dhiyeenyatti hojiitti akka seenuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa fooyya’insa caaseffamaa gaggeessaa jiruun dhiyeenyatti hojiitti akka seenuu beeksiseera.
Ambaasaaddarota dhiyeenya ramaddiin…
Preezdaant Saahilawarq miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa …
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee miseensoota koree paarlaamaa nageenyaa fi raayyaa ittisaa, dhimma alaa Taanzaaniyaa waliin mari’ataniiru.…
Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa sanada waliigaltee mallatteessuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiseera.…
Dooktar Injiinaar Habtaamuu Ittifaa Baankii Addunyaatti jila daayrektara Afrikaa Bahaatin durfamu…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittifaa Baankii Addunyaatti jila daayrektara biyyoota Afrikaa Bahaatin durfamu…
Ityoophiyaa fi Somaaliyaan jijjiirraa daldalaa lameenii cimsuufi ejjennoo qaban ibsan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ministir deetaan Ministeera Daldalaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa obbo Dheengee Booruu fi Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii Somaaliyaa…
Namoonni hanna keebiliin shakkaman to’atamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni hanna keebilii Baabura salphaa magaalaa Finfinnee, Ityoo-teelekoomii fi tajaajila elektirikiin shakkaman harkaa harkatti…