Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata hin ta’u- Obbo Mulaatuu Gammachuu
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Rakkoolee jiran waaraan furuuf qawween furmaata akka hin taane Ittaanaan dura taa'aa Kongireesii Federaalawaa Oromoo/KFO Obbo Mulaatuu Gammachuu ibsan…
Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 4.8 alaa bitame Finfinneetti buufamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Qaala’iinsa zayita nyaata muudate tasgabbeessuuf zaayita nyaata leetira miiliyoonni 12.5 gara biyyaa imaalchiisuu Waldaan Aksiyoona Geejjiba Baaburaa…
Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Kutannoo mootummaan hannaa fi hojiimaata badaa saaxiluuf agarsiise gara hojiitti hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Komishinarri Komishinii Naamusaa fi Farra…
Ityoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo gaggeessan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Chaayinaan marii siyaasaa waloo 2ffaa gaggeessan.
Ministir Deetaan Ministeeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen gargaaraa…
Miidhaa hongeen beelladarraa gahaa jiru furuuf hojiin misooma Jallisii Birrii miiliyoona 66…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Miidhaa sababa hongeen beelladarraa gahaa jiru furuuf hojiin misooma Jallisii margaa lafa heektaara 115 ol irratti hojjetamaa jiraachuu ibsame.…
Baatiiwwan 3 dhufanitti zayitiin liitirri miiliyoonni 150 gara biyyaa akka galu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 3 dhufanitti zayitiin liitirri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 50 gara biyyaa akka galu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Ministirri…
Sochiin duula qulqullinaa manneen barnoota magaalichatti baatii sadiif turu eegale
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ejansiin bulchiinsa qulqullinaa magaalaa Finfinneee sochiin duula qulqullinaa manneen barnootatti baatii sadiif turu eeglchiiseera.
Sochichi mata…
Dooktar Yiliqaal Kaffalaa Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’ataa jiru
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa Ambaasaaddara Chaayinaa Zaa’oo Zhiiyuhaan waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’ataa jiraachuu…
Naannichatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kbbaatti waltajjiin sosochii misooma arfaasaa magaalaa Buttaa Jiraatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Saganticharratti…
Warshichi baatiiwwan 3 keessatti gara hojiitti akka seenuuf mariin taasifame
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Warshaan seeraamikii Paarkii Indaastirii Arartii keessatti argamu baatiiwwan 3 keessatti gara hojiitti akka seenuuf mariin taasifame.
Ministirri…