Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi akkaataa kenniinsa bu’aa qormaataa kutaa 12ffaa bara 2013 irratti ibsa laate
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa akkaataa kenniinsa bu’aa qormaataa kutaa 12ffaa bara 2013 fi qabxii darbiinsaa irratti ibsa laateera.
Qormaanni kutaa 12ffaa…
MM Abiy Ahimad muudama garaagaraa laatan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudama garaagaraa laataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad obbo Tsaggaa Arraagee Ittaanaa Komishinara…
Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa irratti miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa irratti miidhaan qaqqabuu poolisiin ibseera.
Balachi seensa Bishiishee irratti kan qaqqabe yoo…
Ambaasaaddar Yibalxaal Ministira dhimma biyya keessaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon Ministira dhimma biyya keessaa biyyattii Leetanaal Jeneraal Anaan Hamiid Mohaammad…
Magaala Hoolataatti Boba’aan karaa seeraan alaa dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Magaala Hoolataatti Boba'aan karaa seeraan alaa bufaata Boba'aara warabbamee dabarfamuuf ture barmeelli 182 to’atamuu Waajjirri Poolisii magaalichaa…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Godina Harargee Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Godina Harargee Lixaa hongeen miidhamaniif midhaan Nyaataa kuntaala kuma 1 fi 200 deeggarsa…
Dhalattoonni naannoo Tigraay kumaatamatti lakka’aaman miidhaa gareen ABUT qaqqabsiisee baqachuu…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)- Dhalattoonni naannoo Tigraay kumaatamatti lakka’aaman miidhaa fi gocha sukkanneessaa gareen ABUT isaaniirraan gahee baqachuu magaaloota ollaa naannoo…
Miseensonni MMBBU uummata isaan filate waliin mari’achuuf dhimmoota isaan dandeessisanirratti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa magaalaa Finfinnee dhimmoota uummata isaan filate waliin mari’achuuf isaan dandeessisanirratti…
Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jira – MM FDRI Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Bu’aa seenaan hin daganne galmeessuuf qophiin biqiltuu qopheessuu taasiifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Rakkoo nageenya tiraafikaa furuuf lammiin hundi itti gaafatamummaasaa ba’uu qaba- Obbo Laachisaa…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)- Itti aanaan Hoogganaa Biiroo Eejansii Geejjiba Oromiyaa Obbo Laachisaa Hayyuu rakkoo nageenya tiraafikaa furuuf lammiin hundi itti gaafatamummaasaa ba'uu…