Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii mata duree ‘qormaatarra gara Badhaadhinaatti’ jedhun gaggeesseen murtoo…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)-Itti aanaan preezdaantii Paartii Badhaadhinaa obbo Dammaqaa Mokkonniin Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii mata duree ‘qormaatarra gara Badhaadhinaatti’ jedhun…
Poolisiin Federaalaa dhaabbilee idil addunyaa lama waliin damee garaagaraarratti waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa dhaabbilee idil addunyaa lama waliin damee garaagaraarratti waloon hojjechuuf waliigaluu ibsameera.
Gamtaa Awurooppaatti…
Magaalaa Mi’eessootti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 8tti tilmamamaan to’annaa jala…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)- Magaalaa Mi’eessootti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 8tti tilmamamaan to’annaa jala ooluu Poolisiin beeksiseera.
Meeshaaleen…
Paartiin Badhaadhinaa tarkaanfii imaanaa ummataa itti laatame ba’uuf dandeessisu fudhachuu beeksiise
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Yaa’ii 1ffaa mata duree “Qormaatarraa gara Badhaadhinaatti” jedhuun gaggeessaa ture milkiin xumuruu Itti aanaan…
Balaa tiraafikaa fi ibiddaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, qabeenyi Birrii kuma 200 olitti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti halkan kaleessa balaa tiraafikaa fi ibiddaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, qabeenyi Birrii kuma dhibba 2 fi kuma 30 tilmaamamu…
Sagantaan simannaa Waancaa hidha guddicha hidha Haaromsaa Ityoophiyaa magaalaa Adaamaatti…
Finfinnee, Bitootessa 6, 2014 (FBC)- Sagantaan simannaa Waancaa hidha guddicha hidha Haaromsaa Ityoophiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Wancaan kun bulchiinsa magaala Dirree…
Paartiin Badhaadhinaa hoggansa isaa yeroo yeroon gamaggamaa itti gaafatamummaa uummanni itti laate…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa hoggansa isaa yeroo yeroon gamaggamaa kan gaafatamuu qabuu adda baasaa fi tarkaanfii fudhachaa itti gaafatamummaa uummanni itti…
Paartiin Badhaadhinaa qaphxiilee yaa’iisaa 1ffaan kaa’e qabatamaatti hojiirra akka ooluuf…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa qaphxiilee yaa’iisaa 1ffaan kaa’e qabatamaatti hojiirra akka ooluuf xiyyeeffannoon addaa kennamuu akka qabu hoggantoonni…
Obbo Dammaqaa Makonniin gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Chaayinaa Shuu Biin waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Chaayinaa Shuu Biin waliin…
Godina Jimmaatti oomishni qamadii lafa heektaara kuma 5 ol irratti misoome sassaabame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti oomishni qamadii jallisii lafa heektaara kuma 5 ol irratti misoome sassaabameera.
Godinichatti misooma jallisii bara kanaan, lafa…