Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin sagantaa Afxiraa gaggeessineerra-…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin ibisituu waloomaa kan taate Paarkii Araadaatti sagantaa Afxiraa gaggeessineerra jedhan…
Faaruun filannoo waliigalaa 7ffaaf qophaa’e eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa faaruu filannoo waliigalaa 7ffaaf qopheesse ‘“Filannoo Keenya- Biyya Nuun Ala” jedhu eebbisiiseera.…
Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameef
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Daa’imni Bileen wal’aansa fayyaa akka argattuuf deeggarsi Birrii miiliyoona 4 taasifameefiira.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Paartiin Badhaadhinaa inisheetiivii misoomaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira- Obbo Adam…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa inisheetiivii misoomaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessaa jira jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Shakkamtoonni Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaa dhabsiisan himataman
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Hojjettootaa fi nama dhuunfaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 ol mootummaan argachuuf qabu dhabsiisanirratti himanni banameera.
Ministeera…
Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Sirni Shaabiyaa lammata ummata keenya akka miidhu carraa hin laannu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Yoo yaalanis yaalii isa…
Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Aadaan sirnaa fi haala uumamurratti hundaa’uun amala jijjiirataa deema malee hin badu jedhan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyatti Dursaan Garee…
ABUT bajeeta misoomaaf ramadame qophii waraanaaf oolchaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC) - ABUT bajeeta misoomaaf ramadame qophii waraanaaf oolchaa jira jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy ergaa Afaan Tigireen…
Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigiraayiif ergaa dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad uummata Tigraayiif Tigirifgaan ergaa dabarsaniiru.
Ergaa isaan dabarsan keessaa muraasni:
👉 Uummata…
Hojiira oolmaa qonna ismaartii jijjiirama qabeenya qilleensaa ittisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 24, 2018(FMC)- Instiitiyuutiin Qonnaa Itiyoophiyaa dhiibbaa jijiiramni qilleensaa hojiiwwan qonnaa irraan ga'u ittisuuf qonni ismaartii bu'aa fidaa jira jedhe.…