Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee barnoota olaanoo qajeelfama cabsan 7 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa qajeelfama cabsan 7 irratti tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuu Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii beeksise.…
Magaalichatti waliigalteewwan tajaajila geejjibaa ammayyeessan mallatteeffaman
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti waliigalteewwan tajaajila geejjibaa ammayyeessan lama dhaabbilee Chaayinaa waliin mallatteeffaman.
Bulchiinsi magaalichaa…
Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoome
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo bara 2013 ifoomeera.
Haaluma kanaan :- Saayinsii Uumamaan Barattoota idileef dhiira 363, dubartootaaf 351…
Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Daldaltoonni magaalaa Yaaballoo horsiisee bultoota aanaa Yaaballoof Booranaaf hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 2 olitti tilmaamamu…
Ambaasaaddar Tireesii Jaakoobsaan daandii qilleensa Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti dhimma raawwachiiftuu mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddarri Tireesii Jaakoobsaan daandii qilleensa Ityoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannaan…
Bulchiinsi Magaalichaa godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2 fi 695…
Biirichi maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa maashinii haaraa naayitiroojinii dhangala’aa oomishu Birrii miiliyoona 35 oliin bituun giddu gala oomishaa fi raabsaa…
Koreen giddu galeessaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Koreen giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa haaraa filatame walga’ii jalqabaa gaggeessaa jira jedhame.
Korichi murtoowwanii fi kallattiiwwan…
Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa Zhaang Zhuu waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin damee…
Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa uumuuf yaalan to’atamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa fi walitti bu’iinsa uumuuf yaalan qindoomina qaamolee nageenyaa to’atamuu Yuunvarsiitichi…