Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin taanee biyya miidhagaa ijaaruu qabna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Sagantaa eebba gamoo Paartii Baadhaadhinaarratti haasaa kan taasisaan Preezdaantiin paartichaa MM Abiy Ahimad, gamoo miidhagaa ijaaruu qofa osoo hin…
Yuunvarsiitii Walloof deeggarsi Birrii miiliyoona 7 taasifame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin FinfinneeYuunvarsiitii Walloo deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 7 taasiseera.
Deeggarsichi kutaa kaabaa…
Yuunvarsiitiin Waldiyaa Barattoota simachuu jalqabe
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Sababa weerara garee ABUT baneen adeemsa baruu fi barsiisuu adda kan kute Yuunvarsiitiin Waldiyaa guyyaa har’aa Barattoota simachuu eegaleera.…
Aanaa Gumbii Bordoddeetti Mana Murtii Aadaa Hundaa’eef Beekkamtiin Laatame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Gumbii Bordoddeetti manneen murtii aadaa sadarka araddoota aanicha keessaatti hunda’eef…
Magaalichatti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu Koreen waloo nageenyaa beeksise.
Magaalaa Finfinneetti Bitootessa 2…
Paartiin Badhaadhinaa gamoo olaanaa ijaarsise har’a ni eebbisiisa
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa gamoo ammayaa waajjira olaanaa ijaarsiise har’a ni eebbisiisa jedhameera.
Sirna eebbicharratti Preezdaantiin Paartiichaa Dooktar…
Maqaan Miseensota koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeesseen maqaa miseensota koree hojii raawwachiiftuu ta'uun filatamanii ifoomseera.
Haaluma kanaan:-
1.…
Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii jalqabaa gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa mata duree 'qormaatarraa gara guddinaatti' jedhuun gaggeessaa ture ibsa ejjennoo abbaa qabxii 6 baafachuun xumuruu…
Yaa’iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa fi hojii raawwachiiftuu filate
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa'iin jalqabaa Paartii Badhaadhinaa koree giddu galeessaa miseensota 225 qabuu fi koree hojii raawwachiiftuu miseensota 45 filachuu ibsameera.…
Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa Bitootessa 10, 2014 irraa eegalee kan geggeessu…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii Idileesaa 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa Bitootessa 10,2014 irraa eegalee galma Caffeetti kan gaggeessu ta'uu…