Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannolee Oromiyaa fi Somaaleetti beelladoonni miiliyoonni 1 ol talaalchifamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannolee Oromiyaa fi Somaalee bakkeewwan hongeen miidhamanitti talaalliin beelladoota hongeen miidhaman dhibee dandamachiisu kennamuu ibsame.
Fayyaa…
Yaa’ii 1ffaan Paartii Badhaadhinaa hirmaachisaa ture- hirmaattota yaa’ichaa
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Yaa’ii 1ffaan Paartii Badhaadhinaa bilisaa fi hirmaachisaa ta’uusaatiin guddina diimokiraasii Ityoophiyaaf bu’uura kan kaa’e ta’uu hirmaattonni …
Paartiin Badhaadhinaa Miseensota Koree giddugaleessaa filachaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii 1ffaa gaggeessaa jiruun Miseensota Koree giddugaleessaa filachaa jira.
Paartichi oolmaasaa har’aan Miseensota koree…
Ministiroonni Preezdaantii fi Ittaanaa Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf ergaa baga gammaddanii…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistikii aadde Daagmaawwit Mogasii fi Ministirri Ministeera Hojii fi Kalqaa aadde Muufariyaat Kaamiil Muummeen…
Naannoo Daangaa Sudaan Kibbaatti walitti bu’iinsa uumameen lammiileen kumni 9 fi 500…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Daangaa Gaambeellaa fi Sudaan Kibbaatti walitti bu'iinsa uumameen jiraattoonni naannoo Gaambeellaa kumni 9 fi 500 ol qa'ee fi qabeenya…
Sagantaa Sirna awwaalchaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos raawwatamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Sagantaan Sirna awwaalcha Paatiriyaarikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos mana Amantaa Kaateederaalii…
Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullinaa mata duree
'Qulqullinni manaa fi maatii keenyarraa' jedhuun gaggeeffameera.
Magaalichatti kosii fi balfa…
Dambiin ittiin bulmaataa Paartii Baadhaadhinaa haala Ityoophiyaanoota hunda hirmaachisuu…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Dambiin ittiin bulmaataa Paartii Baadhaadhinaa haala Ityoophiyaanoota hunda hirmaachisuu danda'u ta'uun ragga'uu itti gaafatamaan Damee Hariiroo ummataa…
Injinar Taakkalaa Uumaa fi obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa fi Preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii fi itti aantoota…
Aadde Adaanich Abeebee Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaaf bara hojii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanich Abeebeen Preezdaantii fi itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa har'a filatamaniif bara hojii…