Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Adam Faarahii fi obbo Dammaqaa Makonniin itti aantoota Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeessaa jiruun obbo Adam Faarahii fi obbo Dammaqaa Makonniin itti aantoota Preezdaantii paartichaa taasiisuun…
Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa'ii jalqabaa gaggeessaa jiruun Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii paartichaa taasiisuun filateera.
Dooktar Abiy Ahimad sagalee…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Horsiisee bultoota aanaa Mayyuu Mulluqqeef deeggarsa midhaan nyaataa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti Horsiisee bultoota aanaa Mayyuu Mulluqqeef deeggarsa midhaan nyaataa gosa garagaraa kuntaala 800…
Lammiilee hongee fi walitti bu’iinsaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsi taasifamaa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Waldaan Fannoo Dimaa Ityoophiyaa kuta biyyatti adda addaatti lammiilee hongee fi waraanaaf saaxilamaan qorannoon adda baasuun deeggarsa taasisaa…
Mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin raawwii tarsiimoo imaammataa nageenyaarratti hayyoota waliin gaggeeffameera.
Hayyoonni nageenyaa, federaaliziimii…
Dhala namaa hojii gaarii fi namuusni isaa akka kabachiisu Eebbifamoo Abunee Marqooreewoosirra…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Muftii Hajii Umar Idiriis tokkummaa fi walkabajuun ajjeechaafi buqqaasuu dhabsiisuu…
Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii lammiilee eegsisuuf kan yeroo kamiyyuu caalaa cimsee akka hojjetuu Paartiin Badhaadhinaa beeksiseera.
Paartichi yaa’iisaa…
Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodha-Kaardinaal Birhaana Iyyasuus
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Abbaa dhabuun nama gaddisiisa, abbaan gaaddiduu fi da’oodhas jedhan Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatoolikii Kaardiinaal Birihaana Iyyasuus sirna…
Sirni gaggeessaa Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwate
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC) – Sirni gaggeessaa Paatiriyaarikii Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa eebbifamoo Abunee Marqooreewoos Addabaabayii Masqalaatti raawwateera.…
Namoota Cheekii sobaatii Birrii miiliyoona 60 baankiidhaa baasuuf yaalan irratti himanni baname
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Abbaan Alangaa Cheekii sobaa fi xalayaa mirkaneessa kaffatii fayyadamuun Baankii daldalaa Ityoophiyaarra Birrii miiliyoona 60 baasuuf yaalanii kan turan…