Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffeen Oromiyaa wixinee labsii sirna Buusaa Gonofaa MNO qophaa’e irratti qooda fudhattoota…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Wixinee Labsii Sirna Buusaa Gonofaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa qophaa'e irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera.
Waltajjii Marii…
Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos umrii isaanii guutuu Mana Amantaa kiristaanaa Ortodooksii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Eebbifamoo Abunee Marqooreewoos abbaa carra qabeessaadha, umrii isaanii guutuu Mana Amantaa kiristaanaa Ortodooksii amanamummaan tajaajilaniiru jedhan…
Mootummaan tibba kana godina Matakkalitti qaamolee gocha sukkanneessaa raawwataan qulqulleessuun…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Mootummaan tibba kana naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkalitti qaamolee gocha sukkanneessaa fi mirga namooma cabsee raawwataan qulqulleessuu…
Paartileen bulchitoota Chaayinaa fi Raashiyaa yaa’ii Paartiin badhaadhinaa gaggeessaa jiruuf hawwii…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2014 (FBC)- Paartiin Koministii Chaayinaa fi Paartiin Yuunaaytiid Raashiyaa Paartii badhaadhinaa yaa’ii gaggeessaa jiruuf yaa’ii milkaa’aa akka ta’uuf haawwii…
Finfinneen teessoo hunda keenyaa, ibsituu sabdaneessummaa fi agarsiiftuu Tokkummaati – Aadde…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Finfinneen teessoo hunda keenyaa, ibsituu sabdaneessummaa fi agarsiiftuu Tokkummaati jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.…
Sirna gaggeessaa reeffa Abunee Marqoorewoos ilaalchisee Humni Waloo Nageenyaa daandiiwwan cufaman…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Sirna gaggeessaa reeffa Abunee Marqoorewoos Addabaabaayii Masqalaatti Bitootessa 3, 2014 gaggeeffamu ilaalchisee Humni Waloo Nageenyaa daandiiwwan…
Yeroon Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa hariiroo isaanii itti cimsan amma- Dooktar Jaams Iigaa
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Yeroon Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa hariiroo isaanii itti cimsan amma ta’uu Ittaanaan Preezdaantii Sudaan Kibbaa fi Ittaanaan dura taa’aa paartii biyya…
Paartiin Badhaadhinaa Ida’amuu akka haadatti, Badhaadhina akka ga’umsaatti fudhachuun…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa Ida'amuu akka haadatti, Badhaadhina akka ga'umsaatti fudhachuun Paartii yaada biyya keessaan of dhaabeedha jedhan Preezdaantiin…
Ejansichi horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu kuntaala kuma 4fi…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) –Ejensiin dhiheessa qorichaa Federaalaa horsiisee bultoota Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa daakuu kuntaala kuma 4 fi 70…
Paartiin Badhaadhinaa Ityoophiyaarra darbee naannawichaaf abdii guddinaa kan kaa’edha- Paartii…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa paartii Ityoophiyaarra darbee naannawichaaf abdii guddinaa kan kaa’e ta’uu hojii raawwachiisaan Paartii Koongrasii Biyyaalessaa…