Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartileen Siyaasaa hundi jalqabbii boqonnaa haaraa dhugoomsuuf qooda isaanii akka ba’an abdiin qaba…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Paartileen Siyaasaa hundi jalqabbii boqonnaa haaraa dhugoomsuuf qooda isaanii akka ba’an abdiin qaba jedhan Walitti qabduun Mana Maree Waloo Paartilee…
Paartiin Badhaadhinaa Nageenya, badhaadhina hunda galeessaa fi fedhii bulchiinsa gaarii waaraan…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa badhaadhina hunda galeessa lammiilee mirkaneessuuf paartii muul’ata olaanaa qabatee imalaa jiru ta’uu itti Gaafatamaan…
Sirni Baniinsa Yaa’ii Jalqabaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Sirni baniinsa Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichaan murtoowwan Badhaadhina hunda…
Yaa’ii paartii Badhaadhinaa hordofee daandiiwwan cufaman ifooman
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Qophiiwwan Yaa’ii paartii Badhaadhinaa hordofee daandiiwwan cufaman ifoomaniiru.
Yaa’iin paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinneetti kan gaggeeffamu…
Manni Barumsaa Teeknika Loltummaa Awaash Damee Meekaanaayizdiin ogeeyyii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Manni Barumsaa Teeknika Loltummaa Awaash Damee Meekaanaayizdiin ogeeyyii leenjii Ogummaa Konkolaachisummaa salphaa fi cimaan leenjisaa ture…
Baankichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamanii fi marga loonii deeggarsa midhaaniif Birrii miiliyoona 20tti…
Komishinichi sarbama mirga namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti raawwatame ilaalchisee qorannoo…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Komishiniin Mirga namoomaa Ityoophiyaa sarbama mirga namoomaa fi naannoo Amaaraa fi Afaaritti raawwatame ilaalchisee qorannoo gaggeessaa ture…
Humni Elektirikaa Ityoophiyaa fi Saafriikoom waliigaltee kiraa sarara Faayibarii Optikaalaa waliif…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Humni Elektirikaa Ityoophiyaa fi dhaabbanni Saafriikoom waliigaltee kiraa sarara Faayibarii Optikaalaa waliif mallatteessuu ibsame.
Waligalticha hojii…
Paartileen maqaa deeggartootaan dhiibamnee turre amma carraa murtoo kennuu arganneerra- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Paartileen naannolee maqaa deeggartootaan dhiibamnee turre amma qabatamaan carraa murtoo kennuu arganneerra jedhan Prezdaantiin naannoo Beenishaangul…
Paartii Badhaadhinaa yaa’iisaa jalqabaa har’a gaggeessuu ni eegala
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa Yaa’ii yaa'iisaa jalqabaa guyyaa har'a sa'aatii 8 irraa eegalee magaalaa Finfinneetti gaggeessuu ni eegala.
Paartiin…