Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Paartii Sosochii Biyyaalessa Ugaandaa Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) –Jilli Paartii 'biyyaalessaa Feeziistaanis Muuvmant Ugaandaa' Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaa har'aa eegalee gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee…
Jilli Paartii AKP Turkii Yaa’ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee gale
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Jilli Paartii AKP Turkii itti aanaa dura taa'aa paartichaa Feevzii Shaanvardiin durfamu Yaa'ii jalqabaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Jilli barreessaa olaanaa Paartii ‘Piiplis Raalii Foor proogires’ Jibuutii Eeliyaas…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Jilli barreessaa olaanaa Paartii Piiplis Raalii Foor proogiresii fi Ministira Maallaqaa Jibuutii Eeliyaas Muusaan durfamu Yaa'ii Paartii…
Waqtii Roobaa dhufu dursinee sagantaa Ashaaraa magariisaaf qophiin taasiifamuu qaba – MM Abiy…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Waqtii Roobaa dhufu dursinee sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaaf guutuu biyyattiitti qophii taasiisuun barbaachisaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI…
Bakka buutoonni Paartii ANC Yaa’ii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee galan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Bakka buutoonni Paartii ANC Afrikaa Kibbaa Yaa'ii Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu…
Waltajjiin Yaa’ii Qophii duraa Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Waltajjiin Yaa'ii Qophii duraa Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurameera.
Xumura waltajjichaarraatti kan…
Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balas lakkoofsi tokkoffaan hojii sukkaaraa adii oomishuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Warshaan Sukkaaraa Xaanaa Balaas lakkoofsii tokkoffaan hojii idilee sukkaaraa adii oomishuu eegaleera.
Warshaan kun bara baajata baatiwwan hafanitti…
Paartiichi yaa’isaan nageenyaa fi qaala’insa jireenyaarratti kallattii ni kaa’an eegna-Jiraattoota…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa yaa’isaan guyyaa boruu gaggeessuun nageenyaa fi qaala’insa jireenyaarratti kallattii furmaata ni kaa’a jennee eegna jechuun…
Yaa’iin Paartii Badhaadhinaa boruu gaggeeffamuun murtoowwan badhaadhinaa hunda galeessaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa Yaa’ii guyyaa boruu eegalee gaggeeffassuun murtoowwan Badhaadhinaa hunda galeessaa Ityoophiyaa mirkaneessaan kan itti darbarsuu …
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa yeroo hojiisaanii xumuran…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Eertiraa Saamaar Ri’aasoomiin yeroo hojiisaanii xumuran gaggeessaniiru.…