Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaan Bishaan Gurraachaa lammiilee Godina Baalee Bahaatti Hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Bishaan Gurraachaa horsiisee bultoota Godina Baalee Bahaa hongeetiin miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa taasiseera.…
Qonnaan Bultoonni Godinaalee Harargee qonnaan bultoota aanaa Dandiif hojii kunuunsa qabeenya…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Qonnaan Bultoonni Godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaa qonnaan bultoota aanaa Dandiif Haroo Dandirratti hojii kunuunsa qabeenya uumamaa hojjechuun…
Faransaay milkaa’ina marii biyyoolessaa Ityoophiyaan gaggeessituuf deeggarsa teeknikaa taasisuuf…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Faransaay milkaa’ina marii biyyoolessaa Ityoophiyaan gaggeessituuf deeggarsa teeknikaa taasisuuf qophii ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri biyyatti…
Siidaan gootittii Olompikii Addunyaa Atileet Xuruneesh Dibaabaa ijaarramaa ture eebbifame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) –Sidaan hojii gootittii atileetiksii Atileet Xuruneesh Dibaabaa Arsiirraa hanga Addunyaa calaqqisiisu bulchiinsa magaalaa Asallaatti ijaaramee…
Biirichi godina Arsiitti dubartoota harka qalleeyyii ta’aaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) –Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa'immaan Oromiyaa Godina Arsiitti dubartoota harka qalleeyyii ta’aaniif deeggarsa laateera.
Guyyaa dubartoota March 8…
Sirni awwaalcha Eebbifamaa Abunee Efreem Mana Amantaa Ortodooksii qulqulluu Sillaasee…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Sirni awwaalcha Eebbifamaa Abunee Efreem Mana Amantaa Ortodooksii qulqulluu Sillaasee Dabrabirhaaniitti raawwateera.
Mana Amantaa Kiristiyaanaa…
Kutaan magaalaa Aqaaqii Qaallittii lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Aqaaqii Qaallittii lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee garaagaraa…
Magaalaa Gudaritti rasaasni kumni 3 fi 206 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayee magaalaa Gudaritti rasaasni seeraan alaa garee Shororkeessaa Shaneef geejjibsiifamaa ture kumni 3 fi 206 …
Dhiibbaan Jijjiirrama qabeenya Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Dhiibbaan Jijjiirrama qabeenya Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo gara yerootti dabalaa dhufuu Inistiityuutiin Qorannoo Imaammataa Ityoophiyaa beeksiise.…
Hoggantoonni olaanoon dhaabbata deeggarsaa Ameerikaa buqqaatoota naannoo Afaar daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon dhaabbata deeggarsaa mootummaa Ameerikaa haala buqqaatoota naannoo Afaar buufata aanaa Korii Guyyaahii keessatti…