Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Warshaa oomisha Nooraa Gudar daawwate
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Eeliyaas Kadiriin durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Tokkee Kuttaayeetti Warshaa Oomish…
Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Emmireetoota Araba Gamtoomanii Gaanfa Afrikaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu doolaara miiliyoona 85 ifoomseera.
Deeggarsichi…
Abbootiin amantaa qaamolee nageenyaa cinaa dhaabbachuun nageenya amansiisaa fiduuf hojjechuun qabu…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti konfaransiin nageenyaa dhaabbilee amantaa gaggeeffamaa jira.
Abbootiin amantaa waltajjicharratti hirmaataan…
Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa…
Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC) – Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuuf qophiin duraa xumuramuu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Magaalaa Buraayyuutti sagantaan milishaaf beekkamtii laachuu fi galateeffannaa gaggeeffamaa jira
=Finfinnee, Bitootessa 1, 2014 (FBC)- Magaalaa Buraayyuutti humnoota milishaa hojii dula birmadummaa biyya kabachisuu keessatti hirmaachaa turaniif sagantaan beekkamtii laachuu fi…
Godina Baaleetti qonnaa fi horsiise bultoonni kaappitaala Birrii miiliyoona 113 ol galmeessisan gara…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti qonnaan bultoonnii fi horsiise bultoonni adda duree 21 kaappitaala Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 ol galmeessisan gara…
Miseensi Kongiransii Ameerikaa Doob Beeyer wixinee seeraa HR 6600 morman
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Miseensi Kongiransii Ameerikaa Doob Beeyer wixinee seeraa HR 6600 morman.
Doon Beeyer guyyaa kaleessaa Ameerikaatti hawaasa Ityoophiyaa fi…
Godina Arsii Lixaatti Miseensonni Shanee Karaa nagaan harka laatan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Miseensonni Shanee Karaa Nagayaan Qajeelcha Poolisii Godinichaatti harka laachuu ibsameera.
Itti Gaafatamaan Waajjira…
Biirichi dhaabbilee Ijaarsaa 4 waliin boolla Bishaanii gadi 28 qotuuf waliigaltee mallateesse
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa dhaabbilee ijaarsaa 4 waliin Boolla Bishaaanii Gadi fagoo 28 qochisiisuuf waliigaltee Birrii miiliyoona dhibba…
Hoggantotaa fi ogeeyyii maqaa kaafamtoota misoomaan Beenyaa Birrii miiliyoona 65 ol fudhatanirratti…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Abbaan Alangaa Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Hoggantotaa fi ogeeyyii maqaa kaafamtoota misoomaan Beenyaa Birrii…