Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Zayitiin liitirri kumni 50 Karaa seeraan alaa konkolaataarraa buufamaa ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Magaalaa Harariitti zayitiin liitirri kumni 50 Karaa seeraan alaa man kuusaa keessatti konkolaataarraa buufamaa ture to’atamuu Biiroon Daldala…
Yaa’iin galma misooma waaraa Dargaggoota Afrikaa Arfaffaan eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Yaa’iin galma misooma waaraa Dargaggoota Afrikaa Arfaffaan Fnfinneetti eegalame.
Ministir Deetaan Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Aadde…
Mariin bunaa fi duudhaalee aadaa Ityoophiyaa lammiilee chaayinaatti beeksisuuf dandeessisu…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Toogaan Chaayinaatti Preezdaantii giddugala buna Ityoophiyaa Yu’aanwii Guu’oo waliin mari’ataniiru.…
Aanaa Kuyyuutti shaneerratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuutti qaamni nageenyaa Shanee irratti tarkaanfii fudhachuu ibsameera.
Godina Shawaa kaabaa Aanaa Kuyyuu Ganda…
Ameerikaan naannolee Amaaraa fi Afaariif deeggarsa meeshaalee meetirik toonii 250 taasiste
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa gama dhaabbata USAID naannolee Amaaraa fi Afaariitti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa meeshaalee meetirik toonii 250…
Daabboon Shaggar Boru gabaaf dhiyaachuu ni eegala jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Daabboon Shaggar Boru gabaaf dhiyaachuu kan eegalu ta’uu Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.
Aadde…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa jiraattota waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa jiraattota magaalaa Dirree Dawaa waliin dhimmoota garaagaraarratti…
Godinni Horroo Guduruu Wallaggaa godina Harargee Bahaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Godinni Horroo Guduruu Wallaggaa godina Harargee Bahaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 370 taasiseera.…
Faransaay deeggarsa hunda galeessa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Faransaay deeggarsa hunda galeessa Ityoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta'uu beeksiifte.
Gorsaan Mana Maree Federeeshinii fi itti…
Yaa’iin Paartii Badhaadhinaa gurmaa’iinsa paartichaa kan cimsu ta’a –…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Yaa'iin Paartii Badhaadhinaa gurmaa'iinsa paartichaa kan cimsu ta'a jedhan Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Dooktar Alamuu Simeen.
Yaa'ichi…