Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yakkoota daangaa ce’aan ittisuuf Komishiniin Poolisii Federaalaa oppireeshinii foyya’aa akka…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Komiishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash G/Mikaa’eel Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayreektara waajjira qorichoota…
Sirni badhaasaa Odaa Awaard marsaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Sirni badhaasaa Odaa Awaard marsaa 5ffaa Hoteela Sharaatan Addiisitti gaggeeffamaa jira.
Badhaasa waggaa 5ffaa kanaan hojiilee Aartii Muuziiqaa,…
Bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti boba’aan barmeelli 14 ol too’atame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti boba’aan barmeelli 14 ol too’atamuu waajjirri poolisii magaalichaa himeera.
Tibbana…
Magaalichaatti namoonni garee fi dhuunfaan konkolaattoota hataa turan to’annaa jala oola
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni garee fi dhuunfaan konkolaattoota hataa turan 21 qorannoo fi sakattoo taasifameen to’annaa jala ooluu Poolisii…
Preezdaant Saahilawarq lammiilee waraanaa miidhamaniif erga gabaaba galii walitti qabu ifoomsan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen lammiilee waraanaa miidhamaniif erga gabaaba 9400 galii walitti qabu ifoomsaniiru.
Sagantaa galii walitti…
Buraayyuutti zayinni nyaata liitirri kumni 200 ol to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti zayinni nyaata liitirri kumni 200 ol to’annaa jala ooleera.
Bulchiinsi magaalichaa qaalaa'insa gabaa to'achuuf…
Kutaa magaalaa Addis Katamaatti zayitiin seeraan ala kuufame kaartooniin 2600 ol to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Addis Katamaa aanaa 1 bakka Sidaamoo Taraa jedhamutti sakattoo tasaa taasifameen zayitiin seeraan ala…
Biyyattitti dubartoota itti gaafatamuummaaf ga’oomsuu ilaalchisee guddinni hin tuffatamne…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee waggoottan darbaniif biyya keenyaatti dubartoota itti gaafatamuummaaf ga’oomsuu ilaalchisee guddinni hin…
Mootummaan sirna gabaa dhaabbilee alaaf banaa kan taasisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Mootummaan sirna gabaa dhaabbilee alaaf banaa kan taasisu ta’uu Ministir Deetaan Ministeeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny ibsan.
Daballiin…
Bulchiinsi Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii uummata godina Baaleef deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii uummata godina Baalee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 1 fi 200 taasise.…