Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan sirna gabaa dhaabbilee alaaf banaa kan taasisu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Mootummaan sirna gabaa dhaabbilee alaaf banaa kan taasisu ta’uu Ministir Deetaan Ministeeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny ibsan.
Daballiin…
Bulchiinsi Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii uummata godina Baaleef deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii uummata godina Baalee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 1 fi 200 taasise.…
Miseensonni raayyaa ittisaa biyyoota Afrikaarra walitti babba’aan Ityoophiyaatti leenjii fudhataa…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) –Dhaabbanni leenjii nageenya kabachiisuu idil addunyaa Ityoophiyaa miseensoota raayyaa ittisa biyya biyyoota Afrikaa garaagaraarra walitti babba’aaniif…
Magaalaa Sulultaatti zayinni nyaata liitirri kumni 20 to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Sulultaatti zayinni nyaata liitirri kumni 20 to’annaa jala ooleera.
Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti guyyaa har’aa sakatta'iinsa koreen…
Mariin biyyaalessaa Ityoophiyaa galma akka ga’uuf Jaappaan deeggarsa ni taasifti- Ambaasaaddara…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Mariin biyyaalessaa Ityoophiyaa galma akka ga’uuf Jaappaan deeggarsa barbaachisaa ta’e kan taasiftu ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan…
Haleellaa haaraa ABUTiin baqattoonni Eertiraa buqqa’an buufata qubannaa Barhaaleerraa gara Sardootti…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Haleellaa haaraa garee shororkeessaa ABUTiin baqattoonni Eertiraa buqqa’an buufata qubannaa Barhaaleerraa gara Sardootti naanneffamuu ibsame.…
Guyyaa dubartootaa March 8 sababeeffachuun magaalaa Jimmaatti dubartoota rakkoo hawasummaa qabaniif…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Guyyaan dubartootaa March 8 Mata_duree "Dubartoonni hirmaattoota malee miidhamtoota siyaasaa hin ta'an" jedhuun magaalaa Jimmaatti kabajameera.…
Magaalaa Finfinneetti Feestivaalaa fi Egzibiishinii aadaa uummattoota Baha Afrikaa gaggeessuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Feestivaalaa fi Egzibiishinii aadaa uummattoota Baha Afrikaa gaggeessuuf mariin gaggeeffamuu ibsame.
Qophichi ga’ee aadaa fi…
MM Abiy Ahimad barreessaa olaanaa DhMG Antooniyoo Gutareez waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez waliin bilbilaan mari’ataniiru.…
Sirni awwalcha Abunee Marqoorewoos dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Sirni awwalcha Paatriyaarkii Mana amantaa Ortodoks Tawaahidoo 4ffaa Abunee Marqoorewoos dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.
Koree olaanaan…