Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwalcha Abunee Marqoorewoos dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Sirni awwalcha Paatriyaarkii Mana amantaa Ortodoks Tawaahidoo 4ffaa Abunee Marqoorewoos dilbata dhufu kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.
Koree olaanaan…
Godina Baalee aanaa Gaasaraatti boba’aan seeraan alaa roottoon 33 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Baalee aanaa Gaasaraatti boba’aan seeraan alaa roottoon 33 to’atamu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksiseera.
Godina Baaleetti qaala’insi…
March 8 hoggantoota raayyaa ittisa biyyaatiin kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Guyyaan Dubartootaa March 8 hoggantoota raayyaa ittisa biyyaan sirnoota garagaraatin kabajamaa jira.
Guyyaan dubartootaa March 8 sadarkaa idil…
Naannichatti boba’aan baarmeelli 26 kara seeraan alaa naanneffamaa ture to’atamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti boba’aa fi Beenziilli baarmeelli 26 kara seeraan alaa naanneffamaa ture to’atamuu ibsame.
Hordiffii taasifameen namni…
Damee hundaan dubartoota ga’oomsuuf qooda fudhattoonni qindoominaan hojjechuu qabu – Dooktar…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Damee hundaan dubartoota ga’oomsuuf qooda fudhattoonni qindoominaan hojjechuu akka qaban Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Rakkoolee biyyattii furuuf duudhaan marii dagaaguu qaba – Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Rakkoolee biyyattii furuuf duudhaan marii dagaaguu akka qabu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee hubachiise.
‘Duudhaa marii dagaagsuu…
Hirmaattoonni yaa’ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaa marii yaa’ii duraa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Hirmaattoonni yaa’ii 1ffaa Paartii Badhaadhinaa marii yaa’in duraa gaggeessuu eegaluu ibsame.
Adeemsa qophii yaa’ichaaf…
Zayitii liitiriin miiliyoonni 40 yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa kan galu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Zayitii liitiriin miiliyoonni 40 yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa kan galu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimmoota nageenyaa, tasgabbii, barnootaa fi leenjiirratti waloon…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin dhimmoota nageenyaa, tasgabbii, barnootaa fi leenjiirratti waloon hojjechuuf waliigalaniiru.
Waliigalticha kan…
Godina Goondar Lixaatti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Goondar Lixaa aanaa Armaacihootti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7 galaafachuu ibsameera.…