Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Goondar Lixaatti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Goondar Lixaa aanaa Armaacihootti Dimaamitiin tajaajila ijaarsa daandiif taa’e dhoo’uun lubbuu daa’imman 7 galaafachuu ibsameera.…
MM Abiy Ahimad Proojektii babal’ina Warshaa Qorqorroo Adaamaa eebisiisan
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Proojektii babal’ina Warshaa Qorqorroo Adaamaa Birriin biiliyoonni 5.6 baasii itti ta’e eebisiisaniiru.…
Qaamolee Qaxxaamuraan duroomuuf daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Daballiin gatii seeraan alaa gocha namoonni qaxxamuraan duroomuuf taasisaa jiran waan ta'eef mootummaan tarkaanfii cimaa ni fudhata…
Gullalleetti zayinni nyaata seeraan ala man-kuusaa 4 keessatti kuufamee ture to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Gullalleetti zayinni nyaata seeraan ala man-kuusaa 4 keessatti kuufamee ture koree hundaa’ee to’atameera.…
Bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti kabajaa guyyaa ‘March 8’ sababeeffachuun deeggarsi taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Bulchiinsa magaalaa Nageellee Arsiitti kabajaa guyyaa dubartoota ‘March 8’ sababeeffachuun deeggarsi taasifameera.…
Godina Booranaatti Proojektiin Bishaan Dhugaatii waggoota 14 dura eegalame hanga ammaatti hin…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti Proojektiin Bishaan Dhugaatii waggoota 14 dura baajata mootummaa Birrii biiliyoona 5 eegalame hanga ammaatti hin xumuramne…
Sirnoonni waldhabdee hiikuu aadaa ijaarsa nageenya biyyaalessaaf ga’ee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Sirnoonni waldhabdee hiikuu aadaa ijaarsa nageenya biyyaalessaaf ga’ee olaanaa kan qaban ta’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Sirnoota waldhabdee…
Sadarkaa biyyaalessaatti misoomni oomisha qamadii bonee lafa heektaara kuma 400 irratti misoomaa…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti misoomni oomisha qamadii bonee lafa heektaara kuma 400 irratti misoomaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Karoora…
Paarkii Naccii Saarirratti balaan ibiddaa muudate to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Paarkii Naccii Saarirratti balaa ibiddaan muudate to’annaa jala ooleera.
Miidhaa balichi hir’isuufi balaa ibiddichaa guutuumma guutuun balleessuuf…
Jibuutiin meeshaaleen Alaa galan Buufata isheerraa saffisaan gara Ityoophiyaa akka seenaan tumsaan…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Jibuutiin meeshaaleen Alaa galan Buufata isheerraa saffisaan gara Ityoophiyaa akka seenaan tumsaan hojjechuuf waliigaluu ibsite.
Jibuutiitti…