Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Amaaraatti lammiilee miiliyoona 11.3 oliif deeggarsi nyaata kan isaan barbaachisu ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) –Naannoo Amaaraatti lammiileen miiliyoona 11.3 ol deeggarsa nyaataa akka isaan barbaachisu Komishiniin Wabii Nyaataa fi Ittisa Balaa Naannichaa…
Godina Jimmaatti biqiltuun gosa garaa garaa miiliyoonni. 260 ol dhaabbiif qophaa’uun ibsame
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti bara kana biqiltuun gosa garaa garaa miiliyoonni dhibbi 2 fi miiliyoonni 60 ol dhaabbiif qophaa'uun ibsameera.
Godinichatti…
Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa fudhachuun harka laatan
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jibaatitti miseensonni waraana Shanee waamicha abbootii Gadaa dhaga’uun karaa nagaan harka laataniiru.…
Miidhaa Hongeen Beelladootarraan ga’u qolcahuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee,Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Miidhaa Hongeen Beelladootarraan ga’u qolcahuuf Jallisii Boneen nyaanni beellatootaa oomishamaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Somaalee…
Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem boqotan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Tawahiidootti kutaa lallabaa Shawaa Kaabaa Waggoota 30 oliif hogganaa kan turan Liiqa Phaaphaas Abunee Eefireem…
Hariiroo naannolee daangaa ollaa Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu jiru cimsuuf mariin taasiifame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo fi Ministira Ministeera Bulchiinsa Fedelaaraa SudaanBuusiinaa Ibraahiim waliin…
Sochiin Dubartoota kallattii hundaan ga’oomsuu cimee itti fufa – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Guyyaan dubartootaa akka addunyaatti yeroo 111ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 46ffaaf mata duree 'Ani waardiyaa obboleettii kootiit' jedhuun…
Obbo Musxafee Mahaammad Jila obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Preezdaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jila Ministirootaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu waliin hongee…
Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumuurame.
Ambaasaadaroota kanaaf dhimmoota,diinagdee,itti fayyadama…
Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanach Abeebee himaniiru.…