Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Leenjiin Ambaasaaddaroota haaraa muudamaniif kennamaa ture xumuurame.
Ambaasaadaroota kanaaf dhimmoota,diinagdee,itti fayyadama…
Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa jireenya tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuu Kantiibaan magaalichaa aadde Adaanach Abeebee himaniiru.…
Mootummaan tattaaffii hojii leenjii fi qulqullinaa foyyeessuun carraa hojii uumuuf hojjete…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Mootummaan, Ministeera Hojii fi Kalaqaa hundeessuun qulqullina leenjii foyyeessuufi carraan hojii akka uumamuuf hojiin hojjete kan jajjabeeffamu ta’uu…
Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera.
Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa…
Magaalichatti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti qabiyyee lafaa mootummaa hektaara kuma 3 fi 600 oliif kaartaan diijitaalaa qopha’aa jiraachuu Korporeeshiniin Misoomaa fi…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu magaalaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Jilli Ministirootaa Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jillichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Magaalaa Finfinneetti daldaltoonni Zayita nyaataa fi meeshaalee dheedhii biroo seeraan ala dhoksanii…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoonni Zayita nyaataa fi meeshaalee dheedhii biroo seeraan ala dhoksanii fi godaansisaa turan to'atamuu ibsameera.…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii ijaarsisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Proojektoota daandii iddoolee hedduutti ijaarsisaa ture har'aa eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti Kaantibaan…
Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay’isuun shakkaman 2 to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni maallaqa sobaa baay'isuun shakkaman 2 to'atamaniiru.
Namoonni dhuunfaan kunneen lammiilee Naayijeeriyaa fi…
Ibsa Humna Waloo nageenyaarraa laatame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Humni Waloo Nageenyaa FDRI haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Humni Waloo Nageenyaa FDRI ummata magaalaa Finfinnee ayyaanoota idil addunyaa,…