Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waliin ta'uun hojiilee Qonnaa magaalaa Finfinnee…
Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Hundeessaan giddugala leenjii fi barnootaa islaamummaa Daanaa Sheeh Ahimad Nuur Sheeh Misbaah guyyaa kaleessaa addunyaa kanarraa du’aan boqochuu …
Oromiyaatti baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii hojjetamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Oromiyaatti qonna irkattummaa roobaarraa jalaa baasuuf baajata Birrii biiliyoona 13 oliin hojiin ijaarsa hidhawwan jallisii giddugaleessaa fi…
Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbilee siiviilii hawaasaarraa…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Marii biyyaalessaarratti uummanni hirmaannaa ho’aa akka taasisuuf dhaabbileen siiviilii hawaasaa ga’ee olaanaa isaanirraa eegamu akka ba’ataniif…
Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hoggantoota koolleejjootaa poolii teekinikaa Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa hojjiira oolmaa hojmaata KAIZEN hoggantoota koolleejjootaa poolii tekinikaa naannoo Oromiyaa gaggeeffameera.…
Ministeerri Fayyaa bu’aa qormaata madaallii ga’umsaa ogeeyyii fayyaaf laatee ture ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bu’aa qormaata madaallii ga’umsaa ogeeyyii fayyaaf laatee ture ifoomsuu ibsame.
Ministeerichi bu’aa qormaatichaa kan ifoomse…
Hojii ijaarsa nageenyaa hojjetu deeggaruuf Yaa’ii dhaabbilee Amantaaleef Birrii miiliyoonni 13 ol…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Istarliing hojii ijaarsa nageenyaa fi walitti bu’iinsa hiikuurratti Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa hojjetu deeggaruuf…
Naannoon Sidaamaa hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii hin ba’anne 384 irratti murtoo siyaasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii haalaa hin ba’atiin hafan 384 irratti murtoo siyaasaa dabarsuu Waajjirri Paartii…
Balaa Abiddaa sheediiwwan irraatti qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 9 bakka Maabraat Hayil jedhamutti balaa Abiddaa sheediiwwan meeshaalee 7rraatti qaqqabeen qabeenyarra…
Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…