Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guyyaa injifannoo Karramaarraa 44ffaa ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Jilli Ittaanaa Preezdaantii naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoo fi Ministira Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa…
Fooramiin hedduuminaa biyyaalessaa jalqabaa magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Fooramiin hedduuminaa biyyaalessaa jalqabaa magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Fooramicharratti magaalaa Dirree Dawaa dabalatee qaamoleen…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Xiyyaara fe’umsa Booying 777-8 Freighter bituuf waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Xiyyaara fe’umsa Booying “777-8 Freighter” jedhamu bituuf dhaabbata Booyiing waliin waliigaltee mallatteessuu ibsame.…
Ityoophiyaan Proojektii Hariiroo Diijitaalaa Naannawaa Baankii Addunyaa keessatti akka…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan Proojektii Hariiroo Diijitaalaa Naannawaa Baankii Addunyaa keessatti Ityoophiyaan akka haammatamtuuf waliigalteerra ga’amuu ibsame.…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 104 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 4 fi kuma dhibba 6 fi kuma 62tti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumuruukaa…
Tokkoon tokkoon maatii wabii nyaataa biyyaalessaa fooyyessuuf oomisha boroon ga’ee isaa ba’achuu…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Tokkoon tokkoon maatii wabii nyaataa biyyaalessaa fi sirna soorata madaalawaa fooyyessuuf oomisha boroon ga’ee isaa ba’achuu danda’a jedhan Muummeen…
Guyyaan yaadannoo injifannoo Karramaarraa 44ffaan Adabaabayii Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Karramaarraa 44ffaan magaalaa Finfinnee Adabaabayii Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira.
Ayyaanicharratti Hoggantoonni…
Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandiitti qamadii jallisiin…
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) –Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii,ganda Jawwee Buriitti oyiruu qamadii…
Obbo Aganyahu Tashaagar preezdaantii yeroo Aseekaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) –Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar preezdaantii yeroo Manneen Maree gitaa Afrikaa fi Biyyoota Arabaa Inaam Maayaaraa waliin…