Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Aganyahu Tashaagar preezdaantii yeroo Aseekaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) –Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar preezdaantii yeroo Manneen Maree gitaa Afrikaa fi Biyyoota Arabaa Inaam Maayaaraa waliin…
Injifannoon Kaarramaarra michummaa biyyoota lamaaniif bu’uura kan kaa’eedha…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Injifannoon Kaarramaarra michummaa fi obbolummaa biyyoota lamaaniif bu'uura kan kaa'e ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Kuubaa Joorji Lafeebar…
Ityoophiyaa fi Jibuutiin Loojistikii Galaanaa fi Qilleensarraan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jibuutiin Loojistikii Galaanaa fi Qilleensarraan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.
Daandiileen qilleensaa…
Buufataa fi terminaala Kombolchaa haalasaa duraatti deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Buufataa fi terminaala Kombolchaa haalasaa duraatti deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Buufatichi miidhaan waraanaan erga irra…
Ityoophiyaa madda anniisaa haaromsaa Afrikaa Bahaa taasisuuf hojjetamaa jira-Ministeera Maallaqaa
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa madda anniisaa haaromsaa Afrikaa Bahaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen ibsaniiru.…
Diyaaspooraan baatiiwwan 7 darbanitti Doolaara biiliyoona 2.3 ol karaa seera qabeessaan gara biyyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan baatiiwwan 7 darbanitti Doolaara biiliyoona 2.3 ol karaa seera qabeessaan gara biyyaa erguu Ejensiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksise.…
Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Ministiroonni adda addaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Bu’urumaa kanaan Ministirri Ministeera Nageenya obbo…
Dargaggoota miiliyoona 2 fayyadamoo kan taasiisu Proojektiin ‘Olkaa’iinsa’ jedhamu ifatti eegalame
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Dargaggoota miiliyoona 2 fayyadamoo kan taasiisu Proojektiin ‘Olkaa’iinsa’ jedhamu ifatti eegalamuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi…
Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Yaa’iin dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibseera.
Yaa’ichi Mana Amantaa Kiristaanaa…
Carraan sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa Baankii Daldala Ityoophiyaa marsaa 10ffaan ba’e
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Carraan Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa Baankii daldala Ityoophiyaa marsaa 10ffaan ba’eera.
Sagantichi bakka hoggantoonni baankichaa,…