Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalichatti sababa hanna keebiliin tajaajilli geejjiba baaburaa adda cite ture gariin eegale
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti sababa hanna keebilii/haadaan tajaajilli geejjiba baaburaa adda citee ture gariin eegaluu ibsame.
Bakkeewwan to’annoo…
Lammiilee Ityoophiyaa Sawud Arabiyaa jiraatan kuma 102 ol gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa seeraan alaa Sawud Arabiyaa jiraatan kuma 102 ol torbanoota sadan ittaananitti gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu…
Waliigalteen Sudaan cabeera jechuun odeefannoon miidiyaaleen Gibtsi tamsaasaa jiran olola sobaa…
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Waliigalteen Sudaan cabeera jechuun odeefannoon miidiyaaleen Gibtsi tamsaasaa jiran olola sobaa ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Manni Amantaa Kiristaanaa Ortoodoksii Hindi boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Manni Amantaa Kiristaanaa Ortoodoksii Hindi boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibseera.
Paatriyaarkiin Mana Amantaa Kiristaanaa…
Sirni awwaalchaa Abunee Marqooreewoos Bitootessaa 4 ni raawwata
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Mana Amantaa Tawaayidoo Ortoodkisiitti Paatriyaark 4ffaan kan ta’an Abunee Marqooreewoos Sirni awwaalchaasanii Bitootessaa 4 ni raawwata.
Sirni…
Ityoophiyaa fi Sudaan gama damee inarjiin hariiroo isaanii cimsuuf walii galteerra ga’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan gama damee inarjiin hariiroo isaanii cimsuuf walii galteerra ga’uu ibsameera.
Sudaanitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
TOI hundeeffamaa waggaa 80ffaasaa kabajaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa hundeeffamaa waggaa 80ffaasaa kabajaa jira.
Sirna kabajichaarratti Muummeen Ministira Abiy Ahimad, Etamaajoor Shuumii…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FRDI Saahilawarq Zawdeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Preezdaantiitti ergaa fuula miidiya hawaasa…
Aadde Adaanech Abeebeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga'ame ibsaniiru.
Aadde Adaanech ergaa gama…
MM Abiy Ahimad boqachuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqachuu Paatiriyaarikii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa Abunee Marqooreewoosiif gadda itti…