Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad boqachuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqachuu Paatiriyaarikii mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaa Abunee Marqooreewoosiif gadda itti…
Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaan Abunee Marqooreewoos boqatan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii 4ffaan Abunee Marqooreewoos boqataniiru.
Qulqulluu Abunee Marqooreewoos dhibee isaan…
Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii lammiilee kuma 33 oliif carraa hojii uumuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Indaastirii lammiilee kuma 33 oliif carraa hojii uumuu beeksiise.
Korporeeshinichi baatiwwan jahaan darban…
Mareen biyyaalessaa galma barbaaddame akka ga’u Paartileen Siyaasaa biyya dursuu qabu –…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa galma barbaaddame akka ga'u Paartileen Siyaasaa biyya dursuu akka qabu Hoggantoota Paartilee Siyaasaa garaagaraa ibsaniiru.…
Ityoophiyaan hariiroo waloo Ameerikaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabdi – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan hariiroo waloo Ameerikaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo…
Aanaa Gumbii Bordoddeetti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii-Bordoddee gabda Dirree Qaalluutti balaan tirafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.
Namoota 23 irra…
Korporeeshinichi abbootii qabeenyaa waliin manneen waliin jireenya kuma 15 ijaarsisuuf caalbaasii…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Korporeeshiniin Misoomaa fi Baankii Lafaa Federaalaa Magaalaa Finfinnee keessatti manneen jireenyaa kuma 15 Abbootii qabeenyaa waliin ijaarsisuuf…
Injiinar Taakkalaa Uumaan oomisha warqee Akooboo eegalchiisuuf Gaambeellaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar Taakkalaa Uumaan naannoo Gaambeellatti oomisha warqee Akooboo eegalchiisuuf Gaambeellaa galaniiru.…
Hirmaannaa hawaasni Diyaaspooraa ijaarsa biyyaa keessatti qaban caalmaatti cimsuun barbaachiisaadha…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Hirmaannaa hawaasni Diyaaspooraa ijaarsa biyyaa keessatti qaban caalmaatti cimsuun barbaachiisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…
Naannoo Oromiyaatti konfiraansiin miseensa hojjettoota mootummaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti konfiraansiin miseensa hojjettoota mootummaa Paartii Badhaadhinaa hundee hundeedhaan gaggeeffameera.
Konfiraansiichi waajjira…