Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Somaalee balaa hongeef kan oolu baajata dabalataa Birrii miiliyoona 40 ramade
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Somaalee balaa hongeef kan oolu baajata dabalataa Birrii miiliyoona 40 ramaduu beeksiseera.
Preezdaantii mootummaa Naannoo…
Ministeeroonni lamaan tumsaan hojjechuuf sochii eegalan bu’aa qabeessa taasiisuuf hojjechaa…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa Ministeera Hojii fi Kalaqaa waliin dhimmoota biyyaalessarratti tumsaan hojjechuuf sochii…
Obbo Agaanyaw Tashaagar Yaa’ii Aseekaarratti hirmaachuun Raabaat galan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Agaanyaw Tashaagar Yaa’ii Aseekaarratti hirmaachuun Morookoo Raabaat galaniiru.…
Bulchiinsi Magaalichaa Lammilee Godina Booranaa Sababa hongeen miidhamaniif deeggersa akkaakuu…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Baatuu Lammilee Godina Booranaa Sababa Hongeen miidhamaniif deeggersa Midhaan Nyaataa Birrii miiiliyoo 3 gumaacheera.…
Meeshaan kontirobaandii Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu to’annaa jala oole
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Naannoo Somaaleetti sanada sobaatiin gara giddugaleessa biyyaa seenuuf kan ture meeshaan kontirobaandii Birrii miiliyoona 31tti tilmaamamu to’annaa…
Qaamni hundi gaaga’ama Yuukreenii qabanneessuuf gochawwan waldhabdicha hammeessanirraa of…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Waldhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduutti uumame qabanneessuuf qaamoleen hundi gochaa walitti bu’iinsa babal’isanirraa of qusachuu akka…
Jilli obbo Dassitaa Leeddaamoon durfamu hojiilee Misooma Qamadii jallisii bonee daawwate
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) – Jilli Preezdantii Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leedaamoo durfamu hojii misooma Jallisii Qamadii Boonee dawwateera.
Naannawa Hawaasa fi…
Mootummaan Ityoophiyaa tarkaanfiiwwan fudhataa jiru rakkoo biyyatti keessaa jiru ni…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa tarkaanfiiwwan fudhataa jiru rakkoo biyyatti keessaa jiru ni tasgabbeessuu jechuun Chaayinaa ibsiteetti.
Dubbi Himaan…
Paartiileen Siyaasaa marii waloo gaggeessaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Paartiileen Siyaasaa dhimmoota adda addarratti marii waloo gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Marichaanis, paartilee siyaasa morkattoota garagaraa…
Iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee aanaa 10 iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa kaleessa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu…