Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiileen Siyaasaa marii waloo gaggeessaa jiru
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Paartiileen Siyaasaa dhimmoota adda addarratti marii waloo gaggeessaa jiraachuu ibsameera.
Marichaanis, paartilee siyaasa morkattoota garagaraa…
Iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti…
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee aanaa 10 iddoo adda Kolfee Axanaa Taraa Taayiwaanitti balaa ibiddaa kaleessa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona 7tti tilmaamamu…
Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa yaa’ii guyyoota lamaaf…
Proofeeser Birhaanuu Naggaan magaalaa Jiinkaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaan godina Oomoo Kibbaa magaalaa Jiinkaa galaniiru.
Proofeesirichi qaamolee dameen barnoota…
Liinkiin lammiilee Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jarmanitti Imbaaasiin Ityoophiyaa lammiileen Ityoophiyaa Yuukreen jiraatan akkaataa gara biyyoota ollaatti imaluu danda'an liinkii deeggarsa laatu…
Ittaantuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Jilli Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariyaanaa Seereetiin durfamu giddugala leenjii buna Ityoophiyaa daawwate.…
Bulchiinsi Magaalaa Mojoo lammiilee Godina Harargee Bahaa hoongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Mojoo, lammiilee godina Harargee Bahaa hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 900 taasise.
Hawaasa…
Ministeerri Galiiwwan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwan naannoo Somaaleetti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 34 fi kuma 500 taasise
Deeggarsicha…
Mootummoonni federaalaa fi naannolee hojii lammiilee hongeen miidhaman baraaruu cimsanii itti fufu-…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Mootummoonni federaalaa fi naannolee hojii lammiilee fi beelladoota hongeen miidhaman baraaruu cimsanii kan itti fufan ta’uu Ittaanaan Muummee…
Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa boru irraa eegalee yaa’ii idileesaa kan gaggeessu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Dirree Dawaa guyyaa boruu irraa eegalee yaa’ii idilee 50ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 3ffaa kan gaggeessu ta’uu ibsame.…