Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Affaaritti lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 100…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Affaaritti lammiilee garee shororkeessa ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif …
Dhaloonni tokkummaan humna ta’uu abboottan darban irraa baratee Ityoophiyaa fooyyee qabdu…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Dhaloonni tokkummaan humna ta’uu abboottan darban irraa baratee Ityoophiyaa fooyyee qabdu ijoolleesaa dhaalchisuu akka qabu Mootummaan Naannoo…
Magaalichatti ayyaanni Adwaa 126ffaan nagaan kabajamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ayyaanni injifannoo Adwaa 126ffaan nagaan kabajamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Ayyaanichi nagaan akka kabajamuuf…
Dhaloonni ammaa akka gootota Adwaa hojii baraa baratti ce’u hojjechuu qaba- Dooktar Yiliqaal…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Dhaloonni ammaa akka gootota Adwaa hojii baraa baratti ce’u hojjechuu akka qabu Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa ibsan.…
Obbo Dammaqaa Makonnin Jigjigaa galan
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) –Jiilli Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Miniteera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniniin durfamu har’a ganama Jigjigaa galeera.
Jilichi…
Biyya bilisa taatetti injifannoo Adwaa akka kabajnuuf wareegamni guddaan kaffalameera- Preezdaant…
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Biyya bilisa taatetti injifannoo Adwaa akka kabajnuuf wareegamni guddaan abbootii keenyaan kaffalameera jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq…
Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ityoophiyaa keessatti argaman Ayyaana Adwaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ityoophiyaatti…
Guyyaan Ityoophiyaa Eksipoo Dubaay 2020tti kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Guyyaan Ityoophiyaa Eksipoo Dubaay 2020tti kabajamaa jira.
Saganticharratti Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo Taaggasaa Caafoo…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ayyaana Adwaa 126ffaa ilaachisuun ergaa baga geessanii dabrsaniiru
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin kabaja yaadannoo injifannoo ayyaana Adwaa 126ffaa…
Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaati- Obbo Jaanxiraar Abbaay
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaa ta’uu Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsaniiru.
Nuti…