Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Makonnin Ayyaana Adwaa 126ffaa ilaachisuun ergaa baga geessanii dabrsaniiru
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin kabaja yaadannoo injifannoo ayyaana Adwaa 126ffaa…
Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaati- Obbo Jaanxiraar Abbaay
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Adwaan calaqqee fi fakkeenya bilisummaa Afrikaa ta’uu Ittaanaan Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsaniiru.
Nuti…
Uummanni Oromoo Uummata injifannoo Afrikaanonni ittiin boonan galmeessisedha- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2014 (FBC) – Ayyaanni Adwaa ayyaana dhaloota hardhaa fi boruutiif fakkeenya guddaa ta’u ta’uu Ittaanaan Preezdaantii Oromiyaa Obbo Awwalu Abdii ibsan.
Obbo…
Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee kabaja ayyaana Adwaa 126ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Guutuun…
Poolisiin magaalichatti kabaja ayyaana Adwaa guyyaa boruu kabajamuuf daandiiwwan cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti kabaja ayyaana Adwaa guyyaa boruu kabajamuuf daandiiwwan konkolaattootaaf cufaa ta’an Poolisiin magaalichaa ifoomseera.…
Ibsa koree waloo nageenyaa fi tasgabbiirra laatame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Injifannoo Adwaa yeroo 126ffaaf guyyaa boruu mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’…
Miisiyoonichi lammiileen Ityoophiyaa 139 gara biyyaatti akka deebi’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Miisiyoonichi Ityoophiyaanota 139 karaa seeraan ala gara Afrikaa Kibbaatti imaluuf daangaa keeniyaa ce’uun Keeniyaa galan gara biyyaatti akka…
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa yeroo rakkisaa keessattis bu’a qabeessumaasaa itti fufuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Gareen Daandii Qilleensa Ityoophiyaa yeroo rakkisaa keessattis bu’a qabeessumaasaa itti fufuu ibsame.
Gamaggamni raawwii hojii walakkaa waggaa…
Balaa elektirikaa aanaa Machakilitti mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Machakilitti balaa elektirikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsame.
Balichi kan mudate halkan…
Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu hin dandeenye- Tajaajila…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu kan hin dandeenye ta’uu Tajaajilli Geejjiba Baaburaa salphaa magaalaa …