Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu hin dandeenye- Tajaajila…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Hanna Keebiliirratti gaggeeffamurraan kan ka’e tajaajila geejjibaa kennuu kan hin dandeenye ta’uu Tajaajilli Geejjiba Baaburaa salphaa magaalaa …
Chaayinaan biyyoota Gaanfa Afrikaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaataa aarifachiisa…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Chaayinaan biyyoota Gaanfa Afrikaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa nyaataa aarifachiisa akka taasiftu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Ministira Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaanii Maariinaa Seereenii waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin haala…
Projektiin Laamuu projektii walitti hidhamiinsa naannawaa cimsu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Projektiin buufata doonii Laamuu projektii walitti hidhamiinsa naannawaa cimsuu fi guddina Afrikaaf abdii ta’uu ibsame.
Ityoophiyaan projektii…
Injifannoon Adwaa utubaa tokkumma sabadaneessummaa fi bu’aa wal tumsuu keenyaati- TKM
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Injifannoon Adwaa utubaa tokkumma sabadaneessummaa fi bu’aa wal tumsuu Ityoophiyaanotaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Ayyaana…
Magaalichatti hanni konkolaataa sadarkaa yaaddessaarra jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti hanni konkolaataa sadarkaa yaaddessaarra jiraachuu abbootiin qabeenyaa fi konkolaachiftoonni ibsaniiru.
Akka ragaa komishinii…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu warshaa ujummoo Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti argamu daawwate
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Jilli Sadarkaa Preezdaantii itti aanaatti Qindeessaa kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu warshaan ujummoo Oromiyaa Magaalaa…
Adwaan dambalii bittaa garbummaa itti qolanneedha-Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Agaanyaaw…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Injifannoon Adwaa dambalii bittaa garbummaa kan itti qolanneedha jechuun Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Agaanyaaw Tashaagar himaniiru.…
Yaa’ii waliigalaa paartii Badhaadhinaa baatii Bitootessaa kabajamuuf qophiiwwan xumuramaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Yaa’ii waliigalaa paartii Badhaadhinaa baatii Bitootessaa kabajamuuf qophiiwwan xumuramaa jiraachuu hoggantoonni paartii Badhaadhinaa naannolee…
Waraana ABUT waliin taasifameen hoggantootaa fi miseensota raayyaa ittisa biyyaa goota ta’aan…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Waraana garee shororkeessaa ABUT waliin taasifameen hoggantootaa fi miseensota raayyaa ittisa biyyaa goota ta’aan horachuun danda’ameera jechuun…