Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaan magaalichaa lammiilee godina Matakkal qe’eef qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Nifaas Silki Laaftoon lammiilee godina Matakkal sababa rakkoo nageenyaan qe’eef qabeenyasaaniirraa…
Seenaan Adwaa kabajaa fi birmadummaa waloof obbolummaan wareegamuu nu barsiisa-Obbo Shimallis
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)-Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaan Seenaan Adwaa kabajaa fi birmadummaa waloof obbolummaan waliin wareegamuu fi…
Ijaarsi proojektiin Adwaa kiiloo meetirri zeeroon %75 qaqqabe
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Piyaassaa (Birbirsaa Goorootti) ijaarsisaa kan jiru proojektiin Adwaa kiiloo meetirri zeeroon %75 qaqqabuu…
Ityoophiyaan itti gaafatamummaa hoggansa Fooramii Ministeerotaa godaansa hojjettoota naannawaa…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan itti gaafatamummaa hoggansa Fooramii Ministeerotaa godaansa hojjettoota naannawaa Keeniyaarraa fudhachuu ibsame.
Yaa’ii idilee 2ffaa…
Qajeelchichi hoggantoota bu’aa gaarii galmeessisaniif sagantaa beekamtii kennuu gaggeesse
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti qajeelchi olaanaan Gamtaa Raayyaa, Barnootaa fi Leenjii hoggantootaa fi miseensota bu’aa hojii gaarii galmeessisaniif…
Ayyaanni Adwaa mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaanni Adwaa 126ffaan mata duree ‘Adwaan- Ityoophiyaanootaaf Gamtaa, Afrikaanootaaf calaqqee bilisummaati’ jedhuun Finfinneetti yaadatamaa jira.…
Ayyaana Adwaa sababeeffachuun yeroo 21 Madfiin ni dhukaafama
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Ayyaana Adwaa sababeeffachuun yeroo 21 Madfiin ni dhukaafama jedhameera.
Ayyaanni Adwaa yeroo 126ffaan guyyaa ni boruu kabajama.
Ayyaanicha…
Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenne
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenneera.
Yuunvarsiitichi ibsa baaseen kutaawwan barnootaa qoratamee, yaa’iiwwan…
Lammiilee Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran deebisuuf karoora…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) –Lammiilee Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran deebisuuf karoora Koreen Raawwachiiftuu biyyaalessaa qopheesseerratti mari'atameera.…
Walitti bu’iinsi Raashiyaa fi Yukreen hammaachaa dhufe biyyoota guddachaa jiranirratti dhiibbaa…
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Walitti bu’iinsi Raashiyaa fi Yukreen gidduutti daraan hammaachaa dhufe biyyoota guddachaa jiranirratti dhiibbaa olaanaa kan uumu ta’uu…