Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamoleen siyaasaa injifannoo Adwarraa barumsa fudhachuu qabu jedhame
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Qaamoleen siyaasaa injifannoo Adwarraa barumsa fudhachuu akka qaban hoggantoonni paartilee siyaasaa hubachiisaan.
Wareegama…
Hanqina dhiyeessii Bishaan dhugaatii Hararii fi Dirree Dawaa furuuf hojjetamuu qaba – Dooktar…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) - Hanqina dhiyeessii Bishaan dhugaatii Hararii fi Dirree Dawaa furuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar…
Sirna daldalaa ammayyeessuun sirni oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf dandeessisu diriirfamuu akka…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Sirna daldalaa ammayyeessuun sirni oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf dandeessisu diriirfamuu akka qabu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa…
Sirna diinagdee cimaa haala siyaasaa fi diinagdee addunyaa bu’uureffate ijaaruun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Misooma diinagdee Ityoophiyaa bu’a qabeessa taasisuuf sirna diinagdee cimaa haala siyaasaa fi diinagdee addunyaa bu’uureffate ijaaruun barbaachisaa…
Ityoo Teelekoom lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 60 darbuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ityoo Teelekoom lakkoofsi maamiltootasaa miiliyoona 60 darbuu beeksiseera.
Dhaabbatichi guyyaa har’aa gamaggama raawwii hojii waggaa walakkaa…
Obbo Dammaqaa Mokkoniin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa Xaaliyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokkonnin itti aantuu Ministeera Dhimma Alaa fi hariiroo idil…
Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee konfiraansii gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee konfiraansii gaggeessaa jira.
Paartichi dhiyeenyatti kan gaggeeffamu qaama yaa’iicha kan ta’ee…
Ministeerichi Ayyaana Adwaa 126ffaa ilaalchisuun sagantaa agarsiisaa qopheesse
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Ayyaana Adwaa 126ffaa Gurraandhala 23, 2014 kabajamu ilaalchisuun Mana Dubbisa Kitaabaa Abrihootitti sagantaa…
Godina Buunnoo Beddelleetti Rasaasni seeraan alaa kumni 5 ol to’atame
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti rasaasni kilaashii kumni 5fi 152 gochaa badiif socho'aa ture to’atamuu ibsme.
Raasasni…
Waltajjiin sosochii konistiraakshiniin mata duree ‘ijaarsi biyyaaf wabiidha’ jedhun gaggeeffamaa…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Abbaa Taaytaa konistiraakshinii Ityophiyaa waltajjiin sochiin konistiraakshinii mata duree ‘ijaarsi biyyaaf wabiidha’ jedhun qooda fudhattoota waliin…