Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Preezdaant Musxafeen durfamu hongee mudateef deebii laatamaa jiru gamaaaggamuuf Dooloo-Adoo…
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu hongee mudateef deebii laatamaa jiru gamaaggamuuf godina Liibaa…
Iddoowwan gareen shororkeessaa Shanee socho’utti tarkaanfii qindaa’aan fudhatamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Godina Qeellam Wallaggaa, Wallagga Lixaa fi iddoowwan garaagaraa gareen shororkeessaa Shaneen socho’utti tarkaanfii qindaa’aan fudhatamaa jiraachuu…
Yuunvarsiitiin Haramayaa lammiilee godina Harargee Bahaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Haramaayaa hawaasa godinaa Harargee Bahaa naannoo Gammoojjii jiraataniif deeggarsaa taasiseera.
Yuunivarsiitichi…
Meeshaaleen waraanaa seeraan alaa Magaalaa Dasee gara Shawaa Kaabaa imalaa ture to’atame
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Matarayyeessiin 1 fi Rasaasni Kilaash Koovii kumni 7 ol seeraan ala Magaalaa Dasee gara Shawaa Kaabaa imalaa ture to’atamuu Poolisiin…
Godinni Arsii Lixaa lammiilee Godina Baalee Bahaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiise
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) - Bulchiinsi Godina Arsii Lixaa lammiilee Godina Baalee Bahaa Hongeen miidhamaniif Miidhaan Nyaataa Kuntaala kuma 3 ol deeggarsa…
Qorannoon hojiilee muuziqaa artist Nuhoo Goobanaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Qorannoon hojiilee muuziqaa artist Nuhoo Goobanaarratti xiyyeeffate Yuunvarsiitii Dirre Dawaatti gaggeeffame.
Waltajjichaan ga’ee artsist Nuhoo…
Naannoo Affaaritti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 10 taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Dhaabbilee garagaraa Naannoo Affaaritti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisaniiru.
Ministeerri Minisooma…
Itti aantuun Ministirri Alaa fi Tumsa idil addunyaa Xaaliyaanii Finfinnee galan
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) - Itti aantuun Ministirri Alaa fi Tumsa idil addunyaa Xaaliyaanii Maariinaa Seereenii daawwannaa hojii guyyoota 3f Finfinnee galaniiru.…
Ayyaanni Adwaa 126ffaan bifa Kaarniivaaliin kabajama-Lij Daani’eel Jootee
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni Adwaa 126ffaan magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota garaagaraa keessatti bifa Kaarniivaaliin daandiiwwan gurguddoorratti kan kabajamu…
Ministeerichi lammiilee naannoo Amaaraa sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 15 deeggarsa…
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) - Ministeerri Geejjibaa fi Loojastiiksii lammiilee naannoo Amaaraa sababa waraanaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 15 ol deeggarsa…