Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin Biyyaalessaa Murtoo uummataan hogganamuu qaba – Hayyoota
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Qopheessummaa Waajjira Preezdaantii mootummaa Naannoo Oromiyaan mariin Gumii Balal marsaa 19ffaan mari’atamaa jira.
Marichi mata duree'Marii…
Paartiin Badhaadhinaa yaa’iisaa 1ffaa gaggeessuufi
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’iisaa 1ffaa Bitootessa 2 hanga 4 ni gaggeessa jedhameera.
Yaa’ichi mata duree ‘qormaatarra gara olka’insaatti’ jedhuun…
Konkolaachiftoonni magaalaa Shaashamannee hanqinni Boba’a Beenzilaa hojii isaanirratti dhiibba…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Konkolaachiftoonni magaalaa Shaashamannee hanqinni dhiyeessii Boba'a Beenzilaa hojii isaanirratti dhiibba guddaa uumaa jiraachuu komii dhiyeessan.…
Iddoo giddu gala Aadaa ummataa laachuun arjummaa osoo hin taane dirqama keenya – Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee iddoo ijaarsa giddu gala Aadaa Gaambeellaaf lafa Kaaree Meetira kuma 5 gumaacheera.
Bakka jireenya hunda keenyaa kan…
Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan ummataa fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Qajeelchi Waliigala Humna Qilleensa Ityoophiyaa balaliiftoota, Teeknishaanootaa fi Poolisii qilleensaa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Raayyaan…
Raayyaan Ittisaa dahoo xumuraa nageenyaa ta’uu isaan ummata fi biyya keenyaaf yeroo kamiiyyuu…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Qajeelchi Waliigala Humna Qilleensa Ityoophiyaa balaliiftoota, Teeknishaanootaa fi Poolisii qilleensaan leenjisaa ture ni eebbisiiseera.
Raayyaan…
Sagantaan aartii fi kalaqaa galmaa giddugalaa Aadaa Oromootti gaggeefame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Sagantaan aartii fi kalaqaa Galmaa Giddugala Aadaa Oromootti gaggeefameera.
Saganticharratti hoggantonni hojii mootummaa, abboootiin Gadaa fi…
MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii seenuu Sooma guddaa Ayyaana Hiikaa dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii seenuu Sooma guddaa Ayyaana Hiikaa/ Faasikaa dabarsaniiru.
Soomni kun kan…
Carraa hojii uumuun dhimma yeroo barbaaduu miti – obbo Dassitaa Leeddaamoo
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Carraa hojii uumuun dhimma yeroo barbaaduu miti jedhan Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon.
Mootummaan naannoo Sidaamaa…
Walga’iin koree giddu galeessaa Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa Walga'ii Koree Giddu galeessaa gaggeessaa ture xumuruu beeksiise.
Korichi dhimmoota murteessoo biyyaalessaa fi hojiilee…