Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Garee Shanee dhabamsiisuuf tokkummaan ummataa meeshaa murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Garee shororkeessaa Shanee dhabamsiisuuf tokkummaan ummataa meeshaa murteessaa ta'uu Bulchiinsi Godina Shawaa Kibba Lixaa beeksiise.
Garichi…
Ityoophiyaa fi Eeritiriyaan Imaammata bittaa garbummaa harka wayyaa jalaa biyyoota Lixaaf sodaa…
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Eeritiriyaan Imaammata bittaa garbummaa harka wayyaa jalaa biyyoota Lixaaf sodaa ta'uu Gaazexeessaa Toomaas Maawunteen ibsan.…
Aanaalee Haragee Bahaa fi Dirree Dawaatti hanqinni dhiyeessii Bishaan dhugaatii qulqulluu olaanaan…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Aanaalee Haragee Bahaa fi Dirree Dawaatti hanqinni dhiyeessii Bishaan dhugaatii qulqulluu olaanaan muudachuu Abbaan Taayita Bishaanii fi…
Ayyaana kabaja ‘’Injifannoo Adwaa’’ haala midhagaan kabajuuf qophiin xumurame – obbo Qajeelaa…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Ayyaana kabaja ‘’Injifannoo Adwaa’’ haala midhagaan kabajuuf qophiin xumuramuu Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii obbo Qajeelaa…
Jilli Aadde Sa’aadaa Abdurahamaaniin durfamu Godina Booraanaatti hawaasa hongeen miidhame…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Jilli Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahamaaniin durfamu Godina Booranaatti hawaasa horsiisee bulaa hongeen miidhaman…
Weerara gareen Shororkeessaa ABUT irra deebiin naannoo Afaaritti gaggeesseen godaantoonni kumni 34…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Weerara gareen Shororkeessaa ABUT irra deebiin naannoo Afaar godina Kiilbatii Rasuutti gaggeesseen godaantoonni Buufata Barahaallee keessa…
Baatii Soomanaa kana keessa lammiilee sababoota garaagaraan rakkoof saaxilaman gargaaruun…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Baatii Soomanaa kana keessa lammiilee sababoota garaagaraan rakkoof saaxilaman gargaaruun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarikiin mana Amantaa…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee Naannoo Afaarii fi Beenishaanguul Gumuzitti miidhaan irra qaqqabeef…
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee Naannoo Afaarii fi Beenishaanguul Gumuzitti miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa Birrii miiliyoona 57…
Dhaabbanni Nama Namaaf lammiilee rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasiisu cimsee itti fufuu qaba…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) –Dhaabbanni Nama Namaaf lammiilee rakkoo keessa jiraniif deeggarsa taasiisu cimsee itti fufuu akka qabu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen waamicha…
Magaalaa Waldiyaatti balaa Ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Magaalaa Waldiyaatti balaa Ibiddaa muudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 3 darbuu ibsameera.
Magaalaa Waldiyaa ganda 06tti balaa Ibiddaa…