Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Baaleef deggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Baalee Bahaatti namoota hongeen miidhamaniif deggarsa Birrii miiliyoona 20 taasise.
Baankichi midhaan…
Riifoormiiwwan aaka Raayyaa Ittisa Biyyaatti taasifamu keessatti ga’een nama baratee…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) –Riifoormiiwwan aaka Raayyaa Ittisa Biyyaatti taasifamu keessatti ga'een nama baratee murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa…
Oomishaa fi oomishtummaa dammaa fi gagaa guddisuuf gaagurri ammayyaa miiliyoonni 1 raabsamuuf ta’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC)- Oomishaa fi oomishtummaa dammaa fi gagaa guddisuuf gaagurri ammayyaa miiliyoonni 1 raabsuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Haala nageenyaa daangaarraa Ityoo- Soomaaliyaa ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) Naannoo Juubaalaanditti haala nageenyaa iddoolee daangaarraa Ityoo- Soomaaliyaa ilaalchisee mariin gaggeeffameera.
Maricharratti Preezdaantii…
Bulchiinsi magaalichaa abbootii carraaf furtuu manneen waliin jireenyaa dabarsee kenne
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, manneen waliin jireenyaa 20/80 marsaa 13ffaa fi 40/60 marsaa 2ffaan naannoo saayitii Tuuristiitti ijaaramaa turan…
Yaa’iin idilee marsaa 13ffaa federeeshinii waldoota hojii gamtaa qonna Oromiyaa gaggeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Yaa'iin idilee marsaa13ffaa federeeshinii waldoota hojii gamtaa qonna Oromiyaa Magaalaa Mojootti gaggeffame.
Federeshinichi erga hundaa'ee…
Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kolleejjiin Fayyaa Yuunvarsiitii Baahirdaar barattoota 457 ogummaa fayyaan barsiisaa ture eebbisiiseera.
Kolleejjichi barattoota 383 digrii…
Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa eegale
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Walga’iin Koree Giddugaleessaa Paartii Badhaadhinaa guyyaa har’aa eegaleera.
Korechi ajandaalee murteessoo biyyaalessaa fi hojiilee paartiirratti…
Ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti ajajni Bahaa sirna badhaasa Madaaliyaa fi sadarkaa kennuu gaggeessaa jiraachuu ibsame
Saganticharratti Ittaamaajur…
Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2014 (FBC) – Kirooshiyaan Imbaasiishee Ityoophiyaatti banuuf karoorfachuu ibsite.
Ambaasaaddar Dammituu Hambisaan Daariktar Jeneraala Dhimmoota Siyaasaa…