Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensichaa talaallii Covid -19 Doozii miiliyoona 400tti hiiqu imalchiisuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii Covid -19 Doozii miiliyoona dhibba 4tti hiiqu biyyoota addunyaa 35 oliif geejjibsiisuu beeksiise.…
Bulchiinsi magaalaa Buraayyuu lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Buraayyuu hawaasa Godina Harargee Lixaa hongeef miidhamaniif midhaan nyaataa fi nyaata beelladootaa Birrii miliyoona 10 olitti…
Maddi anniisaa Humna Qilleensaa Ayishaa anniisaa Meegaa Waatii 40 maddisiisuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti ijaarramaa kan jiru maddi anniisaa Humna Qilleensaa Ayishaa anniisaa Meegaa Waatii 40 maddisiisuuf qophiin xumuramuu ibsameera.…
Koreen Giddu galeessa Liigii dubartootaa Paartii Badhaadhina Oromiyaa raawwii hojii ijaarsaa fi…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Koreen Giddu galeessa Liigii dubartootaa Paartii Badhaadhina Oromiyaa raawwii hojii ijaarsaa fi siyaasaa qorateera.
Liigichi raawwii hojii ijaarsaa…
Hongee uumamaan dhufuus beelli bu’aa dhibaa’ummaati-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hongee uumamaan dhufuus beelli bu’aa dhibaa’ummaati jedhaniiru.
MM Abiy Ahimad haala waqtaawaa biyyaa…
Dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Magaalaa Goondaritti dhohiinsa konkolaataa meeshaa waraanaa seeraan alaa fe’ee turerra ga’een lubbuun poolisoota 2 darbuu ibsame.
Ka’umsi…
Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Hawaasni bulchiinsa magaalaa Sabbataa hawaasa aanaalee gammoojjii godina Gujii Lixaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona…
Ijaarsi Buufata Raabsa Humna Elektirikaa Waraabee eegalame
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Kalaqaa Aadde Mufaariyaat Kaamil Godina Silxeetti Ijaarsa Buufata Raabsa Humna Elektirikaa Waraabee…
Ityoophiyaanonni Yuukreen jiraatan gara Poolaanditti akka ce’an eeyyamamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni Yuukreen jiraatan daangaa Poolaand ce’anii seenuu akka danda’aniif Ministeera Dhimma Alaa Poolaand waliin mari’achuun eeyyamsiisuun…
Badhaasni Odaa Award marsaa 5ffaan Gurraandhala 29 ni laatama
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Badhaasni Odaa marsaa 5ffaan Gurraandhala 29, 2014 Hoteela Sharaatan Addiisitti sirna ho'aan ta’een ni kennama jedhameera.
Sagaanta kanaanis damee…