Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiraattoonni Aanaa Zuwaay Dugdaa Aramaa Bocee Hara Dambal qulqulleessan
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa gandoota 4 irraa walitti babba’an Arama Bocee Hara Dambal duulaan qululleessaniiru.…
Jilli Preezidaant Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, projektoota garaagaraa godiinaalee Shawaa Lixaa fi Shawaa Kibba…
Dhaabbanni Neezarlaand abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Neezarlaand Projektii misooma qabeenya beelladaa eegaluun abbootii qabeenyaa beelladaa Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise.
Ambaasaaddar…
Jilli Preezdaant Shimallisii fi Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamu Proojektii Wancii Dandii daawwate
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaayiin…
Damee tajaajila geejjibaa fi loojistikiitin abbootii qabeenya dhuunfaaf dameewwan investimantii 44…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Damee tajaajila geejjibaa fi loojistikiitin abbootii qabeenya dhuunfaaf dameewwan investimantii 44 qopha’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira- Biiroon Qonnaa Oromiyaa
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Misooma bunaa babal’isuu fi ammayyeessuun oomishtummaa isaa dabaluuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise
Bunni…
Imbaasichi barattoonni Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarse
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Jarmanitti Imbaasiin Ityoophiyaa barattoota Ityoophiyaa Yuukreen jiraniif ergaa dabarseera.
Imbaasichi barattoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa…
Manni Marichaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa lammiilee godina Booranaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 6.7tti tilmaamamu taasiseera.…
Projektiiwwan Baankii Addunyaa hariiroo naannawichaa cimsuuf faayidaa olaanaa qabu- Dooktar Bakar…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Projektiiwwan Baankii Addunyaa qulqullina damee barnootaa fi leenjii mirkaneessuun cinaatti hariiroo naannawichaa cimsuuf faayidaa olaanaa kan qaban…
Godina Buunnoo Beddelleetti bara kana muuzii sanyii fooyya’aa kuma 80 ol kilaasteraan…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Godina Buunnoo Beddelleetti bara kana muuzii sanyii fooyya'aa kuma 80 ol kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Jilli Bulchaa…