Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee haala rakkisaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Saa’uud…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen jila Ministir Deetaa ministira Alaa Noorweey Dooktar Heeniriik Tuuniin…
Finfinnee,Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Tattaaffiin hawaasni idil addunyaa yakka gareen Shororkeessaa ABUT raawwate golguuf taasiisu walitti bu’iinsicha karaa nagaan furuuf hin…
Magaalaa Finfinneetti mana waliin jireenya tokkorratti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun daa’ima 1…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)-Guyyaa kaleessaa Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti mana waliin jireenyaa tokkorratti balaa ibiddaa qaqqabeen lubbuun daa’ima…
Dandeettii raawwachiisummaa miseensota Caffee cimsuuf leenjiin kenname galtee hojii boriiti- Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Dandeettii raawwachiisummaa miseensota Caffee cimsuuf leenjiin kenname galtee hojii borii ta’uu Af-yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan…
Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabnu cimsinee itti fufuu ni barbaanna – Seenaatar Federeeshinii…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar jila Federeeshinii Raashiyaa Seenaatara Ayigoor Mooroozooviin durfamuun waliin…
Miidhaa Shaneen ummatarraan ga’aa jiru hambisuuf hojjetamaa jira – Komishinii Poolisii…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Miidhaa gareen Shororkeessaa Shanee ummatarraan ga'aa jiru hambisuuf hojjechaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Oromiya beeksiise.
Qaamoleen…
Kutaaleen Magaalaa Lammii Kuraa fi Nifaas Silk Laaftoon naannoo Amaaraaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaaleen Magaalaa Lammii Kuraa fi Nifaas Silk Laaftoon naannoo Amaaraaf deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona…
Magaalaa Bulee Horaatti balaan abiddaa uumame qabeenyaarra miidhaa geessise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Magaalaa Bulee Horaatti balaan abiddaa yeroo sadaffaaf sababa boba'aatiin uumame qabeenyaarra miidhaa geessisuu ibsame.
Magaalaa Bulee Horaatti…
Jaarmiyaaleen dubartootaa Oromiyaa akkaataa hidha haaroomsaa guddicha milkeessun…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Jaarmiyaaleen dubartootaa naannoo Oromiyaa qindoominaan hojjachuun akkaataa hidha haaroomsaa guddicha milkeessun danda'amurratti magaalaa Adaamatti…
Hoggantoota raawwii dirqamasaaniin bu’aa olaanaa galmeessisaniif sagantaan beekamtii kennuu…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Hoggantootaa fi miseensota qajeelcha odeeffannoo olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa raawwii dirqamasaaniin bu’aa olaanaa galmeessisaniif sagantaan…