Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddaroonni hojii ergama itti kenname madaalu hojjechuu qabu- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Ambaasaaddaroonni hojii ergama biyyaalessaa itti kenname madaalu hojjechuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma…
Naannichatti rakkoolee raawwii projektootaan walqabatan hambisuuf hoggansi kutannoon hojjechuu qaba…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti rakkoolee raawwii projektootaan walqabatan hambisuuf hoggansi kutannoon hojjechuu akka qabu Ittaantuu Preezdaantii naannoo Hararii…
Ministeerri Galiiwwaanii lammilee hongeen miidhamaniif deggersa Birrii miiliyoona 68.7 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwaanii fi Komishinin Gumurukaa lammilee hongeen miidhamaniif deggersa midhaan nyaataa namaa fi beelladaa Birrii miiliyoona …
Walga’iin Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Walga’iin Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa guyyoota 2 darbaniif gaggee ffamaa ture har’aa xumurame.
Korechi hojiilee murteessoo…
Hogganaan olaanaan waraana Adda Bilisa Baasaa Gaambeellaa kan turan mootummaaf harka laatan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Hogganaan olaanaan waraana Adda Bilisa Baasaa Gaambeellaa kan turan obbo Zaan Duumeer karaa nagaan qabsaa’uuf mootummaaf harka laachuu ibsame.…
Kutaa magaalaa Lidataatti hoggantoonnii fi ogeeyyiin yakka malaammaltummaan shakaman 4 to’annoo jala…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lidataatti qindoomina qajeelcha poolisii magaalichaa fi hawaasaan hoggantoonnii fi ogeeyyiin yakka…
Barattoonni Waldaa Misooma Oromiyaa bara 2013 qormaata seensaa kutaa 12 ffaa fudhatan qabxii olaanaa…
Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Barattoonni Waldaa Misooma Oromiyaa bara 2013 qormaata seensaa kutaa 12 ffaa fudhatan 177, keessaa barattoonni 101 qabxii olaanaa…
Waltajjiin marii galtee Sosochii guddina Indaastiriif gumaachu Magaalaa Dirree Dhawwaatti…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii galtee Sosochii guddina Indaastiriif gumaachu Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawwaatti gaggeeffamaa jira.
Adeemsi guddina…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu hoggantoota Gamtaa Awurooppaa waliin marii bu’aa qabeessa…
Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa Beeljiyeem Biraasilsitti gaggeeffameeratti…
Namoota waldaalee hojii gamtaan gurmaa’uun manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 barbaadan gara…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Namoota waldaalee hojii gamtaan gurmaa’uun manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 barbaadan gara hojiitti galchuuf qophiin xumuramuu Biiroon Misoomaa…