Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baankiin hojii Gamtaa Oromiyaa hawaasa sababa hongeen miidhameef deeggarsa Birrii miiliyoona 70…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Baankiin hojii gamtaa Oromiyaa lammiilee godinaalee Oromiyaa 8 keessatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 70tti tilmaamamu taasise.…
“Hidhi haaromsaa guddichi proojektiiwwan carraa biyya keenyaa murteessan keessaa isa olaanaadha”-…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Hidhi haaromsaa guddichi proojektiiwwan carraa misooma diinagdee biyya keenyaa murteessan keessaa isa olaanaa ta’uu Ittaanaan kantiibaa magaalaa…
Bulchiinsi magaalichaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa fi nyaata loonii Birrii miiliyoona 12tti…
Obbo Dammaqaan qaamolee waamicha ‘imalli gara biyyaatti’ jedhuu milkiin akka xumuramuuf gaheesaanii…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Mata duree Imala gara biyyaa jedhuun hirmaannaan diyaaspooraa gara sadarkaa olaanaatti ceesisuuf haalota dandeessisaan irratti mariin xiyyeeffatee…
Hariiroon Ityoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru seenaa qabeessaa fi bu’uura cimaarratti kan…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Hariiroon Ityoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru seenaa qabeessaa fi bu’uura cimaarratti kan ijaarameedha jechuun Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Hongeen Ityoophiyaatti muudate jijjiirrama qabeenya qilleensa addunyaatti muudateef saaxilamuu…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Hongeen Ityoophiyaatti muudate jijjiirrama qabeenya qilleensa addunyaatti muudateef saaxilamuu agarsiisa jechuun Ejansiin Meetirooloojii Biyyoolessaa…
Ityoophiyaatti hoji maanni iftoominaa fi walabummaa diimokiraasii hojiidhaan mirkaneessuun itti…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti hojiimaata iftoominaa fi walabummaa diimokiraasii hojiidhaan mirkaneessuun itti fufeera jechuun Waajjira Muummee Ministeeraatti…
Hariiroo mootummaa federalaa fi naannolee jaarmessuuf haammattoowwan seeraa qophaa’aa jiru- Mana…
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Hariiroo mootummaa federalaa fi naannolee jaarmessuuf haammattoowwan seeraa qophaa’aa jiraachuu Manni Maree Federeeshinii beeksise.
Manni marechaa…
Daabaattitti baqattoonni Eertiraa iddoowwan tajaajiloota hawaasaa da’oo godhatanii turan gara…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Godina Goondar magaalaa Daabaattitti baqattoonni Eertiraa kumni 1 fi 400 iddoowwan tajaajiloota hawaasaa da’oo godhatanii turan gara Kaampii Alaam…
Magaalaan Hoolataa horsiisee bultoota godina Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Hoolataa qaamolee hawaasa adda addaa hirmaachisuun horsiisee bultoota godina Booranaaf deeggarsa taasiseera.
Deeggarsichi…