Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Sababoota garagaraatin dheeratee kan ture bu’aan qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ifoomuu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa…
Komishinichi hojiisaa loogiirraa bilisa ta’ee hojjechuun itti gaafatamummaasaa ba’achuu akka qabu…
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Komishiniin mare biyyaalessaa hojiisaa loogiirraa bilisa ta’ee hojjechuun itti gaafatamummaasaa ba’achuu akka qabu Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Biirichi lammiilee godina Baaleetti hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa hawaasa Godina Baaleetti sababa hongeetiin beelaaf saaxilamaniif deeggarsa taasiseera.
Biiroon…
Hojiin ijaarsa suphaa daandii olaanaa Finfinnee-laga Gibee Birrii biiliyoona 1.4 eegaluuf…
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Hojiin suphaa daandii olaanaa Finfinnee-laga Gibee Birrii biiliyoona 1.4 eegaluuf ta’uu Bulchiinsi Daandiiwwan Ityoophiyaa beeksise.
Yaa’iinsa…
Bu’aan qormaata Siiviiksi madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaa’e
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Bu’aan qormaata Siiviiksi madaallii seensa yuunvarsiitiif akka hin tajaajille murtaa’uu Ejansii Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Biyyaalessaa…
Hojiin meeshaalee guutuu mana yaalii kennaa addaa barnoota Buraayyuu inni jalqabaa hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti isa jalqabaa kan ta’ee hojiin meeshaalee guutuu Mana yaalii kennaa addaa barnoota Buraayyuu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…
Raashiyaan Ityoophiyaatti warshaa Sibiilaa dhaabuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Raashiyaan Ityoophiyaatti warshaa sibiilaa dhaabuu fi muuxannoo qabdu qooduu akka barbaaddu ibsite.
Jilli bakka bu’aa dhimmoota albuuda sibiilaa…
Komishinar Laliseen carraa fi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa laatan
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Komishinarri komishinii Invastimantii Lalisee Nameen carraa fi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa laatan.
Komishinar Laliseen…
Magaalaa Galaanitti Qonnaan Bultoota gara invastimantiitti ce’an 133’f beekamtiin…
Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Galaanitti qonnaan bultoonnii fi namoonni IMXn gurmaa’anii hojiilee adda addaarratti bobba'an gara investimentiitti ce'an.…
Ameerikaan gareen shororkeessaa ABUT gochaa sukkanneessaa naannoo Amaaraatti raawwate akkashee…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Ameerikaan hidhattoonni gareen shororkeessaa ABUT gochaa sukkanneessaa ajjechaa fi dirqisiisanii gudeeduu naannoo Amaaraatti raawwate akkashee…