Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tajaajiloonni mootummaa 200 ol gama oonlaayinii kennamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Tajaajiloonni mootummaa 200 ol gama oonlaayinii kennamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise.
Ministeerichi Ejensii…
Caffeen leenjii dandeetti raawwachiisummaa cimsu miseensota isaaf kennaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Caffeen Oromiyaa leenjii dandeetti raawwachiisummaa cimsu miseensota isaaf Adaamaatti kennaa jira.
Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa…
Walga’iin koreen dhaabbii hoji raawwachiiftoota Paartii Baadhadhinaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Walga’iin koreen dhaabbii hoji raawwachiiftoota Paartii Baadhadhinaa gaggeeffamu eegaleera.
Karichi walga’ichaan ajandoota murteessoo biyyaa fi…
Daawwannaan muuxxannoo waljijjiirraa misoomaa Qamadii jallisii godinaalee adda addaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Daawwannaan muuxxannoo waljijjiirraa misoomaa Qamadii jallisii godinaalee Oromiyaa adda addaatti gaggeeffameera.
Jilli Godina…
Jiraattoonni aanaa Jiddaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina shawaa Kaabaa Aanaa Jiddaa midhaan nyaataa fi nyaata loonii jiraattoota Godinaalee Oromiyaa hongeen miidhamaniif…
Ityoophiyaa fi Imireetoonni Araba Gamtoomanii damee Nageenyaan waliin hojjechuuf mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan Imireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministir Deetaa Ministeera…
Manni Maricha dhimmoota faayidaa tarsiimawaa naannichaa mirkaneessuuf dandeessisan seera…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Yaa'ii Idilee 4ffaa Gurraandhala 14,2014 gaggeesseen dhimmoota faayidaa tarsiimawaa Naannichaa…
Godina Arsii Lixaatti biqiltuuwwan uwwisa Ashaaraa Magariisaaf oolaan miiliyoona 100 ol qophaa’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Jilli Godinaalee Shawaa Lixaa, Gujii Lixaa fi Booranaa Aanaa Adaabbaatti buufata biqiltuu Ejersaatti biqiltuu Ashaaraa magariisaaf qophaa'aa jiru…
Aadaa keenya guddina Tuuriiziimii keenyaaf haa oolchinu-Aadde Sa’adaa Usmaan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Feestivaalli aadaa godinaalee fi magaalota Oromiyaa hunda keessatti haala ho’aan kabajamaa jiraachuu Hooggantuun Biiroo Aadaa fi Tuuriiziimii…
Ambaasaaddar Reedwaan ergaa MM Abiy irraa ergame Muummee Ministiraa Paakistaaniif dhiyeessan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ergaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad irraa ergame Muummee…