Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’immaan 3 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Godina Silxee aanaa Miittootti balaa Ibiddaa tasa muudateen maatii tokko keessaa lubbuun daa’imman 3 darbuu Poolisiin beeksiise.…
Yaraa kaleessaa osoo hin taane, gaarii kaleessaa yaadachaa gara fuulduraatti imalla jedhan – MM Abiy…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad ibsa miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf laataniin hanni dhibee kaansarii biyyati jedhan.…
Ijaarsi daandii Asfaaltii Daaguruu – Gaalamoo eegalame
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Qaama Kooriidarii Ityoo- Jibuutii Galaa kan ta’e ijaarsi daandii Asfaaltii Daaguruu-Gaalamoo kiiloo meetiraa 30 eegalame.
Ijaarsi…
Aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Ambaasaaddara Raashiyaa Ivinii Tarkiyaan waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin dhimmoota…
Hongee muudate qolachuuf bulchiinsa bishaanii fi walitti hidhamiinsa gabaarratti xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad ibsa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf laataniin hongee muudate qolachuuf bulchiinsa bishaanii fi walitti…
Yeroo ammaa oomisha caalaa rakkoon loojastiksii daraan hammachaa dhufeera – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad ibsa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf laataniin yoo Loojastiksiin hin jiraanne haalli waliigalaa rakkoo keessa…
Biirichi dameewwan barnootaa, fayyaa fi hawaasummaatin fayyadamummaa dubartootaa mirkaneessuu kan…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Biiroon dhimma dubartootaa fi daa'immanii Oromiyaa raawwii hojji isaa baatiwwan 6 magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira.
Qorannoon raawwii hojii…
Qabeenya Birrii biiliyoona 1 olitti tilmamamu alaa galaa ture oomisha biyya keessan bakka buusuun…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffii dhimmoota diinagdee ilaalchisee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummatarraa ka’aniif deebii…
Ambaasaaddaroota buleeyyii fi haaraaf leenjiin laatamuu eegale
Finfiinnee , Gurraandhala 15, 2014 (FBC)- Ambaasaaddaroota buleeyyii fi haaraaf leenjiin laatamuu eegaleera.
Leenjichi guyyoota 15 kan turu yoo ta’u, magaalaa Bishooftuutti laatamuu…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeessaa jira.…