Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamanitti gaggeessaa jira.…
Namoonni maallaqa biyyoota garaagaraa fakkeessanii maxansaa turan to’ataman
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Namoonni lammummaan isaanii kaameeruun ta’e kutaa magaalaa Boolee aanaa 03 bakka Pireesadeenshiyaal jedhamuun beekamutti maallaqa biyyoota garaagaraa…
Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Ityoo- Jibuutii Istaandard Geej buufataalee Kenniinsa tajaajilaa 5 bane
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Ityoo- Jibuutii Istaandard Geej buufataalee Kenniinsa tajaajilaa dabalataa 5 bane.
Dhaabbatichi kanaan dura tajaajila…
Guyyaan Afaan dhalootaa idil addunyaa magaalaa Finfinneetti qophii garaagaraan kabajame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Guyyaan Afaan dhalootaa idil addunyaa magaalaa Finfinneetti qophii garaagaraan kabajameera.
Sirnicharratti Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa…
Sababa Hongeen qabeenyi beeyladaa Birrii biliyoona 5tti tilmaamu manca’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Sababa Hongeen qabeenyi beeyladaa Birrii biliyoona shaniiti tilmaamu manca’uu Waajjirri Ittisa Sodaa Balaa fi Kaafamtoota Miisoomaa Godina Booranaa…
Hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluun faayidaa istiraateejii olaanaa qaba-…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluun faayidaa istiraateejii olaanaa kan qabu ta’uu fi walitti hidhamiinsa human elektirikaa…
Jarman Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 80.6 taasisuuf waadaa galte
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministiroota Ministeera Dhimma Alaa Siwiidiinii fi Ayerlaan…
Magaalota sababa waraanaan miidhaa cimaan irra ga’e deebisanii dhaabuuf magaalonni 58 waliigaltee…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Magaalota sababa waraanaan miidhaa cimaan irra ga’ee fi barbadaa’an deebisanii dhaabuuf magaalonni 58 waliigaltee tumsaa waliif mallatteessuu…
Adeemsi filannoo komishinarootaa hirmaachisaa, Iftoomina kan qabuu fi amanamaa ture- obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Adeemsi filannoo komishinarootaa komishinii mare biyyaalessaa hirmaachisaa, Iftoomina kan qabuu, amanamaa fi loogiirraa bilisa turuu Afyaa’iin Mana…
Waliigaltee biyyaalessaarratti komishinarummaan itti gaafatamummaa baachuun kabaja addaa qaba-…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Waliigaltee biyyaalessaarratti komishinarummaan itti gaafatamummaa baachuun kabaja addaa kan qabu ta’uu Walitti qabaa fi Ittaantuun Walitti qabduu…