Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi filannoo komishinarootaa hirmaachisaa, Iftoomina kan qabuu fi amanamaa ture- obbo Taaggasaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Adeemsi filannoo komishinarootaa komishinii mare biyyaalessaa hirmaachisaa, Iftoomina kan qabuu, amanamaa fi loogiirraa bilisa turuu Afyaa’iin Mana…
Waliigaltee biyyaalessaarratti komishinarummaan itti gaafatamummaa baachuun kabaja addaa qaba-…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Waliigaltee biyyaalessaarratti komishinarummaan itti gaafatamummaa baachuun kabaja addaa kan qabu ta’uu Walitti qabaa fi Ittaantuun Walitti qabduu…
Kutaa Magaalaa Nifaas Silk Laaftootti lafti heektaara 155 jallisiin misoomuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Nifaas Siilki Laaftoo aanaa Tulluu Ejersaatti lafa heektaara 154 irratti hojiin misooma jallisii bonee eegale.…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Alaa Paakiistaan waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Alaa Paakiistaan Ambaasaaddar Sheeh Mohaammad Qureeshii waliin…
Kutaan magaalichaa naannoo Affaaritti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC)- Kutaan Magaalaa Nifaas Silki Laaftoo naannoo Affaaritti lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa meeshaalee nyaataa fi uffataalee Birrii miiliyoona…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa Meetirik toonii 50 taasise
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa naannoo Somaaleef deeggarsa meeshaalee fayyaa, qorichaa fi nyaata madaalamaa Meetirik toonii 50 taasise.
Deeggarsichi…
Hidhaan Haaromsaa akkaataa waliigaltee Kaartumiin anniisaa maddisiisuu eegalu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Hidhaan Haaromsa Guddichi Anniisaa maddisiisuu kan eegale akkaataa waliigaltee Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi Kaartumitti waliif…
Lammiilee magaalaa Qobbootti da’annaa keessaa jiraniif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC)- Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa lammiilee godina Walloo Kaabaa naannawichaarra buqqa’aanii magaalaa Qobbootti da’annaa keessaa jiraniif deeggarsa…
MM Abiy Ahimad Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf boru ibsaa fi deebii ni laatu
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa boruu Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf ibsaa fi deebii ni laatu.
Muummeen Ministiraa Abiy guyyaa…
Dhaabbileen ‘FARM AFRICA fi SOS SAHEL’ horsiise bultoota Godina Booranaaf deeggarsa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC)- Dhaabbileen 'FARM AFRICA fi SOS SAHEL' Aanoolee horsiise bultoota Godina Booranaa 4 keessatti deeggarsa margaa beelii kuma 19 fi 200 kennaniiru.…