Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Jimmaatti lafti heektaara kuma 62 ol irratti Qamadiin jallisiin misoomaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Hoggansi garaagaraa, ogeessonni qonnaa fi qonnaan bultoonni godina Shawaa bahaa oomisha qamadii jallisii godina Jimmaa daawwatan.
Qaamoleen…
Godina Arsii Lixaatti lafti heektarri kumni 16 fi 347 qamadii jallisiin misoome
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti lafti heektarri kumni 16 fi 347 qamadii jallisiitin misoomu itti aanaa waajjira Qonnaa godinicha obbo Ibsaa Gammadaan ibsaniiru.…
ABUT naannoo Amaaraatti dhaabbilee bishaanii Birrii biiliyoona 1tti tilmaamaman barbadeesse
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraatti dhaabbilee bishaanii Birrii biiliyoona 1tti barbadeessuu Hogganaan Biiroo Bishaanii fi Inarjii naannichaa…
Manni Marichaa Komishinaroota Maree biyyaalessaa muude
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa har’a gaggeesseen komishinaroota Komishinii Maree biyyaaleessaa muudeera.…
Lakkoofsi namoota faalama bishaaniin dhibee garaa kaasaaf saaxilamaanii dabalaa dhufe –…
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Lakkoofsi namoota faalama bishaaniin dhibee garaa kaasaaf saaxilamaanii dabalaa dhufuu Waajjirri Eeggumsa Fayyaa Godina Booranaa beeksiise.
Hongee…
Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaa naannoo Amaaraatti lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhamaniif deeggarsa taasise.
Manni amantichaa…
Preezdaantonni naannolee garaagaraa ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantonni naannolee garaagaraa hidhi haaromsa guddichaa anniisaa elektirikaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii…
Obbo Dammaqaa Makonnin ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hidhi haaromsaa guddichi anniisaa maddisiisuu eegaluu ilaalchisee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…
Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’e
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Ijaarsi Proojektii hidha haaromsaa guddichi %84 irra ga’uu hojii gaggeessaa olaanaan hidhichaa Injinar Kiflee Horroo beeksisan.
Tattaaffii cimaa…