Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati- obbo Hayilamaariyaam Dassaaleny
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa anniisaa maddisiisuu kan eegale hidhi haaromsaa guddichi fakkeenya tokkummaa keenyaati Muummeen Ministiraa FDRI duraanii obbo…
Bulchinsi magaalaa Finfinnee fi mootummaa naannoo Hararii ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee fi Preezdaantiin mootummaa naannoo Hararii obbo Oordiin Badriin hidhi haaromsaa guddichi…
Hidhaan Haaromsaa har’a anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad har'a ifatti Hidhaa Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisu hojii…
Tumsa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Galaana Diimaa gidduu jiru cimsuun barbaachisaadha – Obbo…
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Deeggarsaa fi tumsa diinagdee, nageenyaa fi misooma naannawaa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Galaana Diimaa cimsuun barbaachisaa ta'uu Itti aanaan…
Hidhaan Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa ifatti anniisaa elektirikaa maddisiisuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa ifatti hojii anniisaa maddisiisuu eegalchiisaniiru.
Jilli Muummee…
Laga Abbayyaa fi haala Hidha Haaromsaa
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Seen duubee laga Abbayyaa fi haala Hidha Haaromsaa.
Laga Abbayyaarratti hidha ijaaruuf bara Faranjootaa 1922 qorannoon jalqabaa gaggeeffameera.…
Jiraattoonni godina Jimmaa ijaarsa hidha haroomsaaf Birrii miiliyoona 20 oliin bittaa boondii…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Jimmaa ijaarsa hidha haroomsaaf Birrii miiliyoona 20 oliin bittaa boondii raawwachuu ibsameera.
Jiraattoonni godinichaa…
Yuunvarsiitiin Haramayaa qorattoota dargaggootaa fi buleeyyii 6f sadarkaa proofeesarummaa guutuu…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC) – Dhiyeessummaa Seeneetiin Yuunvarsiitiin Haramayaa qorattoota dargaggootaa fi buleeyyii 6f sadarkaa proofeesarummaa guutuu laateera.
Bulchiinsi…
Aadde Adaanach Abeebee jila garee Biig Wiin Filaantiroop Dooktar Kaasitabirhaan Adimaasuu waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee sagantaa kunuunsa daa'imummaa guddina duraa hunda haammate ( Childhood Development Program )…
Godina Jimmaatti rakkoo gama tajaajila geejjibbaan jiru hiikuun haala danda’amurratti mariin…
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Godina Jimmaatti rakkoo gama tajaajila geejjibbaan jiru hiikuun haala danda'amurratti mariin taasifameera.
Godinichatti, darbaa fe'uun, taarifaa ol…